Namnii hundii dhugaaf hin dhabbatuu dhugaanis Namaa hundaaf hin dhabbatuu
Barattoonnifi barsisoonn madda mana baruumsa kanaa taatan akka itti hirmaatani yaada wal jijjirrun sin affeera; dabalatees yaadolee nuuf arjoomaa maaloo..
To riceve new comer fresh students from our zone(our language speakers And transforming important informetion to and from us
Page kun dhimma barattootaa fi haala baruf barsiisuu irratti xiyyeeffatee kan hundaa`edha!