12/04/2025
Waltajjii Gamaggama Raawwii Hojiin koollejjoota Dhuunfaa Adaamatti ture hubannoo gaarii fi galtee bu'ura Hojiilee keenya fuulduraaf kallatti gaarii kan akeekudha! Galatooma Jenna!
Ambo West Showa, Oromia Ethiopia
12/04/2025
Waltajjii Gamaggama Raawwii Hojiin koollejjoota Dhuunfaa Adaamatti ture hubannoo gaarii fi galtee bu'ura Hojiilee keenya fuulduraaf kallatti gaarii kan akeekudha! Galatooma Jenna!
07/01/2025
Abba Sena College' partner and blessed family I am proud of you! Merry Christmas! Enjoy with your family! Have a nice Holy Day!
Only Jesus is the true way can Change Your darkness to Brightness!
27/09/2024
Baga Bacaqii Gannaatii Booqaa Birraa Geessan!
Koolleejjiin Abbaa Seenaa Bara barnootaa 2017 Galmeen jalqabeera!
Bara Barnoota Gaarii!
27/09/2024
Baga Bacaqii Gannaati Booqaa Birraatti Baatan!
Baga Gammaddan! Oduu Dansaa!
Baraa Barnootaa 2017 tiif GALMEEN EEGALEERA!
Ayyaana Gaarii! Bara Milkaa'inaa!
11/09/2024
Baga Bacaqii Gannaati Booqaa Birraatti Baatan!
Bara Milkaa'inaa isiniif haata'u!
Ayyaana Gaarii!
26/11/2023
Oduu Gammachiisaa:
Kolleejjiin Yuunivarsaali Abbaa Seenaa Kaampaasii Jalduutti Dhaabbata biroo waliin ta’uun, namoota harka qalleeyyii Qaala’insa Jireenyaatiin miidhamanii fi haala nageenyaan maatiin isaani miidhaman kanfaltii harka Afurtama (40%) gargaaruun Sadarkaa Dippiloomaa/Level I-IV bara barnoota 2016 fi 2017 tiif barsiisee eebbisiisuuf; imaammata (Ulaagaa simannaa) ministeerri barnootaa baaseen, Ogummaalee:
- Accounting & Finance,
- Marketing & Sales Management,
- Web Development and DB Admn.
- ICT HNS Computer
irratti waan barsiisuuf, barattootni Carraa kanatti fayyadamuuf Xalayaa deeggarsaa Ganda irraa ykn Waajira mootummaa fi Mitimootummaa ykn Waldaa Amantaa irraa dhiyeeffachuudhaan galmaa’u dandeessu. Guyyaa 17/03/2016 irraa Eegalee Hanga Kootaan nuuf kenname xumuramuttii 40% Scholarship dhaan galmeen itti fufa. Carraa Gaarii!
Hubachiisa: Barattoota keenya Dandeetti isaani Sirritti Cimsuuf Dabalataan ‘Spoken English’ fi ‘Personal Development’ irratii leenjiin walitti fufinsaan baasii dhabbatichaatiin ni kennama.
‘We are Building Transformational Generation!’
Institution of Success!
Center of New Generation! ASUC!
Carraa Gaarii!
03/11/2023
NB: Never Stop Learning...!
18/10/2023
Koolleejjiin Abbaa Seenaa Qophii adda ta'e qabatee bara barnoota 2016tti as ba'ee jira.
Kanaaf Koolleejjii Abbaa Seenaa bakka Filannoo keessan Godhadha!
Gatiin madaalawaa; Bakki mijaawaa; Qulqullina Barnootaaf dursa ni kennina. Wiirtuu MGO ta'uun tajaajila Saffisaa akka argattan isin taasisa.
Hubachiisa: Dabalataan Addatti Barattoota koolleejjii Abbaa Seena ta'an hundaaf dandeetti isaanii cimsuuf 'Spoken English' fi 'English Grammar' tolaan hanga sadarkaa 'Intermediate' tti nikennama.
Galmeen Eegalameera!
'Abba Sena Universal College'! filannoo keessan waan Godhattaniif Baayyee Galatooma!
Bara Barnoota Gaarii!
18/10/2023
Koolleejjii Abbaa Seenaa bakka Filannoo keessan Godhadha!
Gatiin madaalawaa; Bakki mijaawaa; Qulqullina Barnootaaf dursa ni kennina.
Galmeen Eegalameera!
'Abba Sena Universal College'!
15/10/2023
How Successful People Think by John Maxwell is a masterpiece that everyone who desire to be successful should read. Here are 10 life-changing action plans from the book:
1. Think big. Don't be afraid to dream big and set ambitious goals. Successful people think big and don't let their doubts or fears hold them back.
2. Be positive. A positive attitude is essential for success. Successful people believe in themselves and their ability to achieve their goals.
3. Be persistent. Never give up on your dreams, no matter how difficult things may seem. Successful people are persistent and keep going even when things get tough.
4. Be focused. Stay focused on your goals and don't let distractions get in your way. Successful people are able to stay focused and motivated, even when faced with challenges.
5. Be disciplined. Discipline is essential for success in any area of life. Successful people are disciplined and stick to their goals, even when it's not easy.
6. Be grateful. Be grateful for what you have and for the opportunities that you're given. Gratitude helps to keep you positive and motivated.
7. Be willing to learn. Successful people are always learning and growing. They are open to new ideas and challenges.
8. Be willing to take risks. Successful people are not afraid to take risks. They know that in order to achieve their goals, they need to be willing to step outside of their comfort zone.
9. Be humble. Successful people are humble and willing to admit when they're wrong. They are also willing to learn from others.
10. Give back to others. Successful people know that it's important to give back to others and make a difference in the world. They volunteer their time and money to causes that they believe in.
Thanks for reading ❤
Book: https://amzn.to/3LpWZGU
Audiobook: https://amzn.to/3YW7pn1
Visit our page for more recommended books
👉 Diversified Investment Plan