kan caaluu maltuu jiraa !!!
Abban waraafi haati waraa mana bultii isaani tokko kessaa jiruu ture. ergaa galgalayee cuufan mana isaani ruurrukutame achi haatii warraa saquu demtii achi wan argiitetii baay'ee dinqisifaate. Innis namoota sadii uffaata riifeensa mata isaani adadii kan ta'ee baay'ee kan babareedan turee. Achi mana senaa mal isiin gargaruu jette gafaati. Isaanis nutti sadan hin seenu nu kessaa nama tokkotu senna ittin jedhan. Achi wal ha barruu jedhani maqa isaani itti himuu jalqabu.
. Milkaa'inan jedhama ani mana ke senan wan hundii sif milka'aa
.Ani malaaqan jedhama ani mana ke senan rakkoon kan jedhamu tokko hin jiruu
. Jaalaalan jedhama wa'eeko ibsuun hin barbachisuu ittin jedhuu.
Achin booda jaarsakonin maari'adha jette gara kessaati deebitee ittin maari'atii. Achi jaarsii ishee ajaa'ibsiifate akkas jedheen.
✅ dhugaa dubbachuuf carraan kun nu darbuu hin qabu. Malaaqa kan fakkaatu mana kenyaa dhufee ala dhabnee maari'chuun cubbuudha. Hojjeedhe na darbuu diidee nama gaddii kanan ta'ee wanan qarshii hin qabneefi. Dafiitoo malaqnii akka ol senuu itti himii jedhan. Ishenis yada isaa jalaate malaqaa wamuu yeroo demtuu. Mucaan ishee akkas jedhan malaqnii senan akkuma bektuu galgalaa galgalaa akka si hin rukkuune jaalaalii senee nagaake yoo argaate hin wayyuu jedheen.
✅isheenis yadaa mucaa ishee jalaate demtee jaarsaa ishen jaalaalii senuu maale jette isan dirqamsiiste. Achi jaalaalii akka ol senuu walii galani gara jaarsoolii sadani demaani jaalaala kan jedhamtuu ol seenii ittin jedhuu. Iniis isaan duukaa ol senee. yeroo ofiiraa garagalaani ilaalan 3dn isaani ol senaani argaan. Achi baay'ee tokko riifatani nutti jaalaalan ol seenii jenee jedhu.
✅ jaarsoolii sadan keessaa tokko of dubaa garagalee dhugaake jette. Jaalaalii jiranan miilkaa'inii jiraa. Jaalaalii jiranan qaarshiin jiraa. Jechuun 3dan isaani gara mana isaani senan. Jaalaala kan ta'ee gooftan kenyaa faayyisan kenyaa iyasus kristos gara mana kessani haa sennuu. jaalaalan bashashaa jiraadha. kan jaalala barbanuu hundii kenyaa gooftaakoo gara mana kottii ol sennii jenne ha kadhanu.
Hooraa buula baay'adha Obboollesa kessaan irraa ❤️🙏
Qeerroo Gindo
Gugufanit guufu darbani �
06/01/2022
Wareen miila bakar waree ta'ani hafan !!
Ijoollee Gindo jiirtuu ...?
25/01/2021
Oromiyaa
02/01/2021
Kabbisha
Want your school to be the top-listed School/college in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Ambo