Kabjamtota Hordoftota Baratota Mana Barnota sadarka 2ffa Namonni Page Kenya Like _Follw and Share Godhun nu cina dhabadha/Sagantale mana barnota kenya kessati dema kiru mara page kanarati nihordoftu
Markazni Nuuru-Taqwaa Masjiidu Najaat Bul/Mag/Awwadaay Keessatti kan argamu yoo tahu yeroo dheeraaf Barumsa Amantii, Barumsa Ammayyaa language fi history barsiisaa ture ammaas barsiisaa jira.