Űm Hæřïš Ğű

Űm Hæřïš Ğű Hin Qabuu

https://share.pix.video/referral/R14K6A8S
28/05/2026

https://share.pix.video/referral/R14K6A8S

Transform your photos into captivating AI videos with PixVerse's powerful AI model. Create viral content with trending effects like AI Kiss, Hug, Muscle & more for all social platforms.

22/05/2026
Yeroo hunda yaadadhu...Haati kee nama jalqabaa si jaallateedha. Dirqama ishee waan ta'eef miti, garuu ati addunyaa ishee...
16/05/2026

Yeroo hunda yaadadhu...

Haati kee nama jalqabaa si jaallateedha. Dirqama ishee waan ta'eef miti, garuu ati addunyaa ishee waan taateef. Namoonni biroo waan ati taatuuf laalani si jaallachuu danda'u. Namoonni biroo waan ati kennituufiif si jaallachuu danda'u. Garuu haati kee Osoo hin beekin eenyu akka taatu si jaallatte. Ati ofitti amanuu dura isheen sitti amantii qabdi turte. Veroo ati homaa kennuu hin dandeenye, jireenya kee qofaan si bira dhaabattee turte. Isheen sodaa kee, dhukkuba kee, abjuu kee baatte. Lakkoofsa malee siif kennite. Siif of wareegdee Dubartii jireenya kee ijaarte sana hin dagatin, osoo ati ofii kee ijaaruu hin jalqabin dura.

Ishee kabaji... Ishee jaalladhu... Garaa ishee laafii...

Sababni isaas jaalalli haadha, yeroo hunda qulqulluu fi haala kamiinuu kan hin jijjiiramne waan ta'eef. Haadhakee jaaladhu... Sababni isaas bu'uura cimaa ijoolleen qabachuu danda'an keessaa isa guddaadha.

16/05/2026
11/05/2025

05/05/2025

Address

Bahaa
Aweday
604062

Telephone

+251960406295

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Űm Hæřïš Ğű posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Űm Hæřïš Ğű:

Shortcuts

Share

Category