Aweday preparatory secondary schools

Aweday preparatory secondary schools Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Aweday preparatory secondary schools, School, Aweday.

Kabjamtota Hordoftota Baratota Mana Barnota sadarka 2ffa Namonni Page Kenya Like _Follw and Share Godhun nu cina dhabadha/Sagantale mana barnota kenya kessati dema kiru mara page kanarati nihordoftu

Barattoonni kutaa 12ffaa bara 2013 barachaa baatan hundi guyyaa 17/12/2012tti marii gaggeessun  Tiitooriyaalii waan eega...
20/08/2021

Barattoonni kutaa 12ffaa bara 2013 barachaa baatan hundi guyyaa 17/12/2012tti marii gaggeessun Tiitooriyaalii waan eegaluuf ergaa waliif dabarsuun guyyaa jedhametti akka argamtan kabajaa fi jaalalaan isin hubachiifna.
Nagaa wajjiin

Abdulhakim Saadiq
D/bu'aa M/ b sad.
2ffaa Awwadaay.

 Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa(  exam)Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 gaafa Adoolessa 12/2013 kennama...
07/07/2021



Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa( exam)

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 gaafa Adoolessa 12/2013 kennama jedhamee Miidiyaalee haawaasa garaa garaa irra Odeeffannoon deemaa jiru sobaa ta'uu ejensiin qormaata beeksise, kanuma bu'uura godhachuudhaan guyyaan qormaanni kennamu yoom akka ta'ellee wanti murataa'e akka hin jirre enjensichi ibseera, kanaaf Odeeffannoo barattoota burjaajessuuf Miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irra deemu dhiistanii hanga Enjensiin qormaata guyyaan qormaanni itti kennamu ibsutti akka qophii ga'aa gootanu kabajaan isin gaafanna

Nu Hordufudhaf Link Tana Tuqa https://t.me/awadeyg12student

Please Follow Up
04/06/2021

Please Follow Up

Address

Aweday

Telephone

+251900201550

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aweday preparatory secondary schools posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Aweday preparatory secondary schools:

Shortcuts

Share

Category