https://www.facebook.com/100083815220074/videos/887762139249028/?flite=scwspnss
Bilaal Peag
Didaa gabruma
Hiriironni mormii haleellaa xiyyaaraa fi ajjeechawwan humnoonni lafoo mootummaa Oromiyaa keesasatti namoota nagaa irratti raawwataa jiran balaaleffatu biyyoota garaagaraatti adeemsifamuuf jedha. – OMN Hiriironni mormii haleellaa xiyyaaraa fi ajjeechawwan humnoonni lafoo mootummaa Oromiyaa keesasatti namoota nagaa irratti raawwataa jiran balaaleffatu biyyoota garaagaraatti adeemsifamuuf jedha.
25/11/2022
Vision Entertainment - YouTube Subscribe Chanel like share
25/11/2022
"Guyyaa Qiyaamaa namni akkaan natti dhihaatu nama Salawaata narratti buusuu heddummeessu.”
Nabi Muhammadﷺ
[Tirmizii 484]
- Yaa nama milkii duniyaa fi Aakhiraa barbaaddu Sunnaa Nabii hordofi, ergamaa Rabbii irratti akkaan Salawaata buusi.
*إنَّ أولى النَّاسِ بي يَومَ القيامةِ أَكْثرُهُم عليَّ صلاةً*
الراوي : عبدالله بن مسعود.
24/11/2022
24/11/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Address
Mj0783983@gmail. Com
Sanaa