kadiir man dadar

kadiir man dadar

Share

music

16/11/2024
23/03/2024

Wayii digaa koo kan lafati is rafter
Yarabii nidadesa ira naf kasii dina lamii tiyaa
Yarabii fon kiyaa biraa naf dhabadhu 😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭

21/03/2024

As.wr.wb
Allaahatti Amanuu.
Jireenya keessatti namni kamiyyuu “Eenyutu dachii, samii fi wantoota isaan jidduu jiran kana hunda uumee?” jechuun of gaafata. Dachii fi samiin ofiin of uumuu ykn tasa argamuu danda’u? Ilmi namaa isaan uumu danda’aa? Guyyaa guyyaan namni dhalatu hoo ofiin of uumuu danda’aa? Gonkuma humna ofiin of uumuu hin qabu, namoonni biroos humna isa uumu hin qaban. Kanaafu, Khaaliqni (Uuman) wanta hundaa irratti Danda’aa ta’ee akka jiru ni amanna.

Garuu Rabbitti amanuu jechuun maal jechuudhaa?
Rabbiin jiraataa tahuu dhugaoomsuu: Rabbummaa isaatti amanuu, mootii fi khaaliqa waan hundaa tahuu isaa dhugaoomsuudha.

Gabbaramaa haqaa tahuu isaatt amanuu: kana jechuun haqaan gabbaramaan isa malee akka hin jirre mirkaneessuufii, isuma qofa gabbaruu. shirkirraa qulqullaawuu. gabbaramtoota dharaa maqaa malee wahiimiti jedhanii hubachuudha. gabbaramtootni dharaa kun ufii isitiifuu uumamtuudha waa takkallee hin uumtu, warreen isii gabbarurraa hamtuu hindeebistu, toltuu hin fidduuf, jiraachisuufi ajjeesus hin dandeessu jedhanii dhugoomsuudha.

Maqaaleefii sifaata isaatti amanuu: [al’iimaanu bi asmaaihii wasifaatihii] kana jechuun-maqaaleefii sifaataa Rabbiin qur’aana isaa keysatti mirkaneysee fii kan Nabiin keenya (s.a.w) hadiisa isaa keysatti sabachiise akkuma dhufetti itti amanuu Rabbiif mirkaneysu sabachiisuu qabna jechuudha. jallisuufii qullaa godhuun maletti, akkaateysuufii fakkeysuun maletti, akkaataa guddina isaatiin malutti jedhanii. Waayee sifaata Rabbii kitaaba kana gama booddaatti mata duree qooda towhiida jedhu jalatti bal’inaan dhihaatee jira. Hubachiisa -bakka kanatti namni garee sadihitti addaan qoqqoodame. isaanis

Mu’axxilaah [dhabamsiistu] warreen sifaata Rabbii mormanii dhabamsiisan kan akka jahmiyyaa fii ahbaash kanneen dogoggoranii jallatanii karaa Rabbii irraa bahan.

Mushabbihah [fakkeysituu] warreen sifaata Rabbii kan makhluuqaatti fakkeysan. Sifaatni Rabbi tan akkanaa jedhanii. Jarri kunis dogoggoraafi jallinarratti tahan.

Ahlussunnati wal

10/03/2024

As wr wb
Akamii naf jirtan
Oboleyan kiyaa
Kan muslimaa hudinu
Bagaa itin isinin gen isininjaa

10/03/2024

As wr wb
Akm naf jirtan sahibota kiyaa
Kan muslimaa hudii kesan
Baga itin isin gee isinin
Ja'aa anii obolesiikesan

02/02/2024

Jiraa jirtuu
Hudii kesan
Kanin yadee fi
Kan nayadan hudinu

31/12/2023

Jiraa jashumafi

20/11/2023

Dhugan jirtu tanuma furadhu

Want your school to be the top-listed School/college in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Oromiya
Sanaa