Mahammad Abduljaliil Ibrahim

Mahammad Abduljaliil Ibrahim

Share

Oromoo

24/01/2024
08/02/2023

Addii

Photos from Mahammad Abduljaliil Ibrahim's post 27/10/2022

Namni lammii Iraan walakkaa jaarraatii oliif qaama isaa dhiqatee hin beekne ganna 94 tti du'e.
Amuu Haji qaama isaa osoo hin dhiqatin waggaa 50 oliif turuu isaarraa kan ka'e "nama xuraa'aa addunyaa" jedhamuun beekama.
Iraan, bulchiinsa Faars keessa jiraataa kan ture Hajiin namoonni naannoo sanaa akka inni qaama dhiqatuuf irra deddeebin yaalanis "dhukkubaaf na saaxila" sodaa jedhuun didaa ture.
Miidiyaan biyya keessaa akka gabaasetti dhuma irratti ji'oota muraasa dura humnaan akka qaama isaa dhiqatu godhamee ture.
Ejansii oduu Iraan akka gabaasetti erga qaama isaa dhiqatee baay'ee osoo hin turin xiqqoodhuma dhukkubsatee du'e.
Bara 2014 Tehran Times waliin turtii taasiseen nyaanni inni jaalatu [foon] xaddee akka ta'e dubbatee ture.
Tajaajilli Oduu Iraan akka gabaasetti waggoota dheeradhaaf qaama isaa osoo hin dhiqatin turuu isaa irraa kan ka'e qaamni isaa malaa fi xuriin irra tuulamee mul'ata.Hajiin tamboo xuuxuus ni jaalata. Maatii qabaachuu fi dhiisuu isaa waanti beekamu jiraachuu baatus namoonni naannoo sanaa deeggarsa gochuufiif yaalaa turan.
Yeroo heddu nyaata fi bishaan qulqulluu kennuufif yaalamus kanatti akka gaddu ibse jechuun gabaase Tajaajilii Oduu Iraan.
Nama waggoota dheeradhaaf qaama isaa osoo hin dhiqatin du'e isa jalqabaati moo miti kan jedhu falmisiisadha.
Bara 2009 Indiyaa keessa namni waggoota 35'f qaama isaa hin dhiqatinii fi ilkaan isaa hin rigatin ture jira jedhamee gabaafamee ture.
Sana booda namni sun maal akka ta'e waanti beekamu hin jiru.

07/10/2022

Gaafii kan jalalalaa
Isaan sif dhihesse
Debi nadebifnee
Maalo essa kessee?
.....
Sin Jaladhaa jenee
Sin jibbas hin jenee
Essa kessee maloo
Kenaaniin sif kenee
....
Debi koo deebisii
Gafii si gafaadhee
Siti deddeebi'uu
Anoo sin qalfadhee
....
Mahammad Abduljaliil

23/09/2022

WOLALOO GABABAA DHAGEFADHAA

21/09/2022

MEE WAA SITTI HIMEE

Mee waa sitti himee-
Jaalalan siif qabu
Haala kam keessatti
Hin fedhu si dhabuu

Raabsituu dhiiga koo
Onneen keyyas suma
Ani sidhabuun fedhuu
Naf bekkii gonkumaa

Siraati dalagees sittin -
oluu cuubbuu
Barbaduu sin kennaa
Kan koo bassee lubbuu

Sin abbisu fedhaa ofii
biyyoo ta'ee
jirachuus hin fedhuu
siraa garggar ba'ee
alaa kam kessatuu
Sumatu naaf taa'ee

Abdii jirenyaa koo
Gamachiftuu onnee
Jirenyaa ko gutuu
Ani sumafin kenee

Mahammad Abduljaliil

Want your school to be the top-listed School/college in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Yemeen
Sanaa
QOPHII