Oromiyan naaf familidha

Oromiyan naaf familidha

Share

Oromiyan haadha fi abbaa Kenya goototaa fi hayyota Kenya haayaadannu

28/08/2023
26/08/2022

Akka dammaa

26/08/2022

Akkami jirtuu

Ummata kiyya QAALII

26/08/2022

Dubartiin waan afur dhiira caalaa dandeessii
1 jaalala mi.eessuu
2 jireenya bareechuu
3 Aarii qabbaneessuu
4 soba dhuga fakkeessuu
Dubartin waan afuriin dhiira caalti
1 amalaan
2 malaan
3 garraamummaan
4 sodaan
Dubartin waan afuriin jiratii
1 Amanttin
2 obsaan
3 abdiin
4 jaalalaan
Dubrtiin waan afur hwwiti
1 gaa.ila godhachuu
2 qabeenya orachuu
3 ijoolee orachuu
4 gammachuun jiraachu
Dubartin waan afur namaa taati
1 haadha
2 obboleetti
3 haadha namaa
4 hojjatu mana keessa
Dubartin dhiira akkamii jaalatti
Kan isheef amanamu
Kan amala gaari qabu
Kan jaalala isheef qabu
Kan kaayyoo qabu
Dubartin dhiira akkamii jibbiti
Kan sobu
Kan mach.aau
Kan irratti jaalatu
Dubartiin waan afur ifa baastee dubbatti
1 dhugaan yoo jalatee
2 waae nama rakkate
3 waan hwwiitee
4 dhibeen yoo qabatee
Dubartin waan afuriif jiraatti
1 Abbaa manaa sheef
2 ijoolee sheef
3 kaayyoo sheef
4 uuumaa sheef

Waan dubbistaniif galatoomaa ♥️♥️

Want your school to be the top-listed School/college in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address


ONM
Sanaa
OROSHOW

Opening Hours

Tuesday 09:00 - 17:00
Saturday 08:00 - 17:00