Gada computer

  • Home
  • Gada computer

Gada computer Garee Kana Jalatti Barnootaawwan ICT(Itti Fayyadama Koompiyutaraa Fi Moobaayila) Akkusama Odeeffanno

09/05/2025
♥︎╣[𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐨𝐨𝐦𝐞𝐧𝐭𝐢 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐚𝐲𝐚𝐚]╠♥︎
09/05/2025

♥︎╣[𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐨𝐨𝐦𝐞𝐧𝐭𝐢 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐚𝐲𝐚𝐚]╠♥︎

01/01/2025
08/11/2023

FAAYIDAA FAYYAA ROQAA
Qorannoon akka agarsiisutti Roqaan dhiiraa fi dubartoota fedhii saalaa fi ga'umsa saalqunnamtii akka dabalu gargaaruu danda'a.

FAAYIDAA ROQAA
1. Bullaa'insa nyaataa ni fooyyessa
2. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara
3. Kaansarii ni lola
4. Madaan garaachaa akka hin uumamne ni ittisa
5. Qufaa, qorra fi dhukkuba asmii ni yaala
6. Dhukkuba sukkaaraa to'achuuf gargaara

8. Madaa fayyisuuf gargaara
9. Gogaa qulqulleessa
10. Finniisa ni fayyisa, pigmentation dhabamsiisa
11. Rifeensi akka hin baane ittisa
12. Hamma kolestroolii ni to'ata
13. Dhiiga qulqulleessituu
14. Sirna ittisa qaamaa ni guddisa

15. Goginsa garaa hir'isa
16. Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa
17. Akkasumas faayidaa ajaa'ibaa tokko tokko kan qaama dubartootaaf dibata saalaa fooyyessuu qaba.
18. Guddina harmaa guddisuuf gargaara. Wantoota dhadhaa kan akka timira, burtukaanaa fi fuduraalee biroo nyaachuun guddina harma guddisuuf gargaara

19. Kaalorii xiqqaa fudhachuuf gargaaruu danda'a.

20. Dhukkuba Tiruu cooma qabu ofirraa baasuuf gargaaruu danda'a.
21. Hojii qaamaa hedduu keessatti kan gargaaru maagniziyeemiin baay'ee qaba.
22. Dhukkuboota akka busaa yaaluufis ni danda’ama.
23. Antioxidants fi amaloonni farra inflammatory qaban dhukkuba onnee fi sukkaaraa irraa of eeguuf gargaaruu danda'u

AKKAATA KAMIIN ITTI FAYYADMNU???
Yeroo nyaata bilcheessitu nyaata keessanitti dabaluu, juusii tolchuu ykn adduma isaa nyaachuu dandeessu.

Miidhaa Cimaa Roqaa
1. Alarjii Fiduu Danda'a
2. Yoo timira baay'inaan nyaattan, iimaaliin ilkaan keessanii qaama asiidii isaatiin xuuxamuu hin

06/11/2023

Fayyummaa Firii Shunburaa

FAAYDAA SHUNBURAA
1.Dhukkubbii mataaf.
2. Jijiiraamu sagaleetiif,
3. Dhukkuubbii laagaaf.
4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu qamatiif.)
5. Daballii sparm (rakkiina walqwalqunnaamtii saala damma waliin makaa nyaadha )
6. Raammo garachatiif.
7. Dhukkuubbii lappee irriisuf.
8. Dhukkuubbii dugdaaf, kessaattu warreen lapii toppi fayyadamaaniif.
9. Dhibee sonbaatiif.
10. Cirraacha kalee 0.5 gadi ta'e basuuf, kessaattu gurrattiin isii yoo dammaan makaani nyataan.
11. Dhìibbaa dhiigaatiif.
12. Gogaa kenyaaf.
13. Ciixxoo (Hoqsiisu qaama) irrisuuf..
14. Fayyaa rifeensaaf.
15. Dhibee ilkaaniif.
16.dhiiguu irgoo keenyaatiif.
17. Fayyaa onneef.
18. Fayyaa sammuu keenyaatiif.
Galatooma lammii koo

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada computer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Gada computer:

Shortcuts

  • Want your school to be the top-listed School/college?

Share