Waliif Qooduun nama 1f Karaa haataanu💟🙏
Baayyina:250+
Muuxannoo:0 fii 0 malee
Biiroo Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinne
Gita Hojii Garaagaraa irratti Barbaada
Galmeen Hanga:23/5/2017
Galmeen Online: https://aarevenuesbreau.gov.et/vacancy/
Ulaagaa:
👉Warreen Muuxannoon Dorgomaniif Qabxii 2.5 Dhiiraaf yoo Ta'u 2.2 Dhalaaf ta'a.
👉Warreen Muuxannoo Hojii 0n Dorgomaniif Qabxii 3.2 Dhiiraaf yoo Ta'u 3.00 Dhalaaf ta'ee Eebbifamtoota Bara 2015 fii 2016 qofa ta'uu ibsa.
👉Warreen Dhaabbilee Mootummaa irraa eebbifaman kan ilaallatu ta'ee yoo kan Dhaabbilee Barnoota Dhuunfaa ta'ee, Eenyama Ministeera Barnootaan Yuunivarsiitichi ykn kolleejjiichi ragaa kan qabu Ta'uu qaba.
👉 Muuxannoo Hojii dhaabbata Dhuunfaan kan dhiyaatu yoo ta'e, Gibira kan kanfalame Tau qaba.
Itti dhiyaadhaa
Waliif Qoodaa
Carraa gaarii
English literature and phrase
To make a good speaker of English.
Afaan Oromoo Yuunivarsiitii Kolleejjii Libiraal Aartis jedhamu kan Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Minisootaa keessatti argamutti har'a Amajjii 23, 2025 barsiifamuu jalqabuu obbo Baqqalaa Garbaa OMNtti himan.
Obbo Baqqalaa Garbaa ammoo Barsiisaa jalqabaa gosa barnootaa Afaan Oromoo Yuunivarsiiticha keessatti kennaan ta'anii qaxaramuu himani jiru.
Koolejii Libraal Artis keessatti kan egalame sagantaan Afaan Oromoo sirna barnoota idilee yunivarsitichaa keessatti hammatamee barattoonni eebbaaf kireditii isaan barbaachisu keessatti akka lakkaayamuuf beekamee jira.
Akka obbo Baqqalaa Garbaa jedhanitti, barattoonni gosa barnootaa kana fudhachuuf galmaayan 25 yoo ta'an barattoonni 5 eeggattummaan galmaayani jiru jechuun yeroo jalqabaatiif Yuunivarsiitii biyya alaa keessatti Afaan Oromoo akka gosa barnootaa tokkotti kennamuu jalqabee jedhan.
Afaanichi Yuunivarsiitiiwwan addunyaa hedduu keessatti akka barsiifamuuf dhiibbaan bal'aan yeroo garagaraatti taasifamaa turuu kan yaadachiisan obbo Baqqalaa Garbaa, har'a milka
Only for genius
What's answer of....
3-3×6+2=??
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Website
Address
Washington D.C., DC