Roba show

Roba show

Share

We are the last hope for humanity

06/10/2023
06/10/2023
10/07/2022

Wantoota Dandeettiii Dhukkuba Loluu Qaama Keenyaa (Immunity) CIMSAN.

1. Hirriba ga'aa rafuu (sa'aa 6 haga 8).

2. Sochii qaamaa taasisuu (torbanitti guyyaa 4 ol guyyaatti daqiiqaa 30 oliif).

3. Sammuun dhiphachuu (stress) dhiisuu.

4. Nyaata kuduraa fi muduraan (fruits and vegetables) itti baay'ate soorachuu.

5. Tasumaa tamboo fi waantoota tamboo fakkaatan aarsuu dhiisuu.

6. Alkoolii dhiisuu, yoo kan dhugan ta'e ammoo xiqqeessanii dhuguu.

7. Dhukkuboota akka dhukkuba sukkaaraa fi kkf yoo qabaanne qoricha dhukkuboota sanaaf nuu kennaman sirriitti fudhachuu.

8. Ulfaatina qaamaa akka garmalee hin daballe yokaan hin xiqqaanne sirrii irratti eeguu.

********************
Fayyaan Faaya

Want your school to be the top-listed School/college in New York?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Minisootaa
New York, NY