Mose S Minela

Mose S Minela

Share

FB page' Koo inni Kun suspended for 180 days ta'ee jiraa karaa FB profile kiyyaa follow na godhaa. minelamusaimal2
Jedhaa search godhaa.

12/21/2024

My Botim QR Code

12/21/2024
12/21/2024

Addunyaa jechi jedhu kunuu hiikni isaa kana natti fakkaatti👇

Addunyaa ➲Adduma nyaanna
➲Addaan yaana
➲Adda duuna
➲Adda fuuna
❶Adda nyaanna jechuun walitti nuuf kennanis adduma afaan kaawwanna.
❷Addaan yaana jechuun immoo waliin turrus gargar ba'uun hin oolu jechuudha.
❸Adda duuna jechuun jireenya keessatti waliin turrus wal dhiifnee duuna jechuudha.
❹Adda fuuna jechuunis gaafa cidhaa dhuftanis gaafa jireenyaa adduma bulchina jechuudha.😁

Enjoy Cheap Calls 12/19/2024

Ringtone call

Enjoy Cheap Calls Cheap calling, cheap texting! Enjoy the free service with your family & friends.

12/18/2024

SEENA GARAA NAMA NYAATU !

Dubbisaa 👇😭

Hiriyaa baay'ee Wal jaallatan lamatu Wal fuudhuuf murteessaan. Qubeelaa waliif kaa'uuf guyyoota muraasa yeroo hafutti intala irratti balaan konkolaataa gahee fuulli ishee guutummaan guutuutti jalaa bade . " jireenyi Koo kana booda fokkistuu fi jibbisiistuu ta'ee jiraachuun dirqama ta'eera. Kana booda ani intala siif taatu miti. Durba biraa barbaadii fuudhi !" jettee kaadhimaa isheetiif barreeffama gabaabaa (text) ergiteef. Guyyaa muraasa booda xalayyaa akkas jedhutu ishee qaqqabe.

" Bareedduu koo qaana'uun yoo sirra jiraate, anatti malee ofitti hin qaana'in. dhukkuba ijaan arguu akka hin dandeenye doktooronni natti himaniiru. Akkas ta'ee yoo natti heerumta ta'e ani si fuuchuun barbaada." jedha. Yeruma sana wal fuudhani. mucichi sirumaa hin argu. Waggoota 20f jaalalaaf gammachuun akkasumas waliif yaadaa turani. Isheen ija taateefii isa gaggeessaa jaalalli isaanii nama biraa hinaafsisaa ture. Waggaa 20 booda haati manaa isaa dhukkuba cimaan dhukkubsatti. "Dukkana keessattin isa gatee deemaa ? ana malee eenyuun qaba ?" jettee dhiphachaa turte. Duuti hin hafuutii isheenis hin duute.

Namichi Abbaan manaa sunis guyyaa haati manaa isaa jalaa duute sana ijisaa banameefii ilaaluu jalqabe. Namni hunduu ni ajaayibsiifate. Ani jaamaa hin turre. fuulashee jalaa bade ( balaa konkolaataan jalaa miidhame) na ilaala jettee akkasheen hin qaanofnee fi hin dhiphanneef jechan jaamaa fakkaadhee waggaa 20f ishee waliin jiraadhe " jedhe namichi kun.

Jaalalli dhugaan bareedina qaamaa ilaaluu osoo hin taane, kan Ilaalu bareedina keessaati. Sababni isaas jaalalli dhugaan ijaan osoo hin taane Onneedhaani.

Galatoomaa !

Seenaawwan babbareedoo fi nama barsiisan akkasumas nama bohaarsan argachuuf Facebook Koo maqa asi gaddi jiru kana follow godhaa!
👇 👇

12/18/2024


Hordoftoonni koo warri si waliin live baana jettanii inbox dhaan na gaafachaa turtan hundaafuu linkii telegramii kootii fb page koo keessaa argachuu ni dandeessu waan ta'eef karuma telegramii kootii kottaa.
Isin jibbuu koo osoo hin taane live bahuu jibbeeti.

12/18/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Bob Denard, Munaf Munaf, Moussa Idaya, Anna Usman, Marie Kabiré, Rizalyn Exciomo, Farzana Masqyt, Oumiche Mané, ចំរើន ជឿន, Juni Paul

Want your school to be the top-listed School/college in Minneapolis?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

http://www.minela_musa_imaltuu.com/

Address


Minneapolis, MN