09/13/2021
ODUU GAMMACHISAA UUMMATA MAGAALAA NAQAMTEE FINAANNOO ISHEE HUNDAAF
Mannii barumsaa KG fi Sadarkaa 1ffaa HAYYUU BOORII Magaalaa Naqamtee bara barnootaa 2014ti Barsiisota qaqqacalee fi Gahumsa qaban qacaruun hawwii fi fedhii hawwasaa keenyaa galmaan ga'uf kutannoodhaan hojjechaa jiraa,marree ammas bara kana bifa gariin galmeen eegallee waan jiruuf barattooni haras ta'ee kan duraanii hin galmaa'iin jirtaan dhuftanii akka galmooftan isin beeksifnaa.