Da’awaa Fi Barnoota Afaan Oromootiin

Da’awaa Fi Barnoota Afaan Oromootiin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Da’awaa Fi Barnoota Afaan Oromootiin, Education, Hargeisa.

15/12/2022

ILMA KHIYYA IKHWAAN IRRAA OF'EEGI

15/12/2022

الى ان يحد الله & الى ان يوحد الله

Naaf Gaafadhaa Hikkaalee Jara Lamaan Kana Naaf Adda Haabsu

Al imaam sufyaan ibnu uyaynaan رحمه الله akkana jedhe: "Zamana hojii malee jechaan quufamu keessaa yoo jiraatte , zamana...
13/02/2021

Al imaam sufyaan ibnu uyaynaan رحمه الله akkana jedhe:

"Zamana hojii malee jechaan quufamu keessaa yoo jiraatte , zamana hojii malee beekumsaan qofa quufamu keessa yoo jiraatte zamanni kee zamana sharrii ta'uu isaafii hawaasa sharrii gidduu jiraachuu kee beeki "

(Ibxaalul hiyal 34/1 )

08/02/2021
Da'awaa Salafiyyaa Akka Biyya Hunda Keessatti Humna Qabaatee Tokkummaadhaan Dalagu Gochuuf Dura Dursoo Dhabbata Humna Qa...
19/01/2021

Da'awaa Salafiyyaa Akka Biyya Hunda Keessatti Humna Qabaatee Tokkummaadhaan Dalagu Gochuuf Dura Dursoo Dhabbata Humna Qabu Ijaaruu Qabna Adda Faffacaanee Deemuu Hin'qabnu Dhabbanni Amma Kharaa Ustaazootaatiin Bekkumsi Kennameefii Egalame Kuni Akka Bakka Gahuuf Humna Nu Barbaachisa Namuu Waan Humna Isaatiin Bira Dhaabbachuu Qaba .

Saniin booda Dhaabbata Humna Qabu Yoo Qabaanne Rakkoolee Ustaazoota Raskkoolee Darasootaa Rakkoolee Madrasootaa Rakkolee Dinirrati Nudhufaahunda Haala laafaadhaafi Salphaadhaan Bira Khutuu Nidandeenya

Rabbiin Haada Khiyyarrati waliqabamaa Eega nuun jedhe Booda Adda hin babahinaa Jedhee Itti Aanse Maaliifi ?Humna Kha horachuu Dandeenyu Gaafa Walduraaf boodaan Tokkomnee Deemneedha Yoon kaan Adda facaatiin Teenya Humna Nudhorka .

Inshaa allah humna Tokkoon Markaza Eegalame khana Yaroo gabaabaatti Fixnee nutis Fayyadamuu Qabna jechuun Hawaasni Kheenya jechuu kooti

የግሩፑ አላማ በሃገራችን ያለውን የተውሒድና የሱና እንቅስቃሴ ተጋግዞ መደገፍ ነው። * በክፍለ ሃገር ያለውን ደዕዋና ዱዓት ማጠናከር፣* መስጂዶችን መደገፍ፣* የተውሒድና የሱና ኪታቦችን...

Assalaamu Alaykum Barattoota Da'awaafi Barnootaa Jala Jirtan Kitaabboottan Qara'amanii Dhuman Sagaleedhaan Bikka Takkarr...
04/05/2020

Assalaamu Alaykum

Barattoota Da'awaafi Barnootaa Jala Jirtan

Kitaabboottan Qara'amanii Dhuman Sagaleedhaan Bikka Takkarraa Argachuudhaaf Liinkiiilee Armaan Gadii Fayyadamaa.

ARGACHUUDHAAF
t.me/Kitaaba_Tawhiidaa_Afaan_Oromoo

ARGACHUUDHAAF
t.me/Aqiidaa_Sirraawaa_Afaan_Oromoo

-FUSUUL ARGACHUUDHAAF
t.me/Al_fusuul_fissiyaam_afaan_oromoo

-USUUL -SALAASAA ARGACHUUDHAAF
t.me/Usuulu_salaasaa_afaan_oromoo

'IIN ARGACHUUDHAAF
t.me/arbaiin_afaan_oromoo

Address

Hargeisa

Telephone

+252633736865

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Da’awaa Fi Barnoota Afaan Oromootiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Da’awaa Fi Barnoota Afaan Oromootiin:

Shortcuts

Share

Category