WîZ Bãdhãsã Kãñ Jãmããl mûssã

WîZ Bãdhãsã Kãñ Jãmããl mûssã Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from WîZ Bãdhãsã Kãñ Jãmããl mûssã, School, Sudii arabiya, Sabya.

25/06/2024
05/05/2024
05/05/2024

❤️Arsenaal
✔️Bara dorgommii tokkoon Bornimawuziin irratti galchiiwwan 7 lakkoofsise.
✔️Piriimiyerliigii Ingiliiziin Bornimawuziin taphoota 7 walitti aansuun injifachuun seenaa haaraa galmeesse.
✔️Taphataan hunda galeessi Deklar Raayis bara dorgommii 2024 qofa keessa kubbaawwan galchiif tahan 7 hiriyyoota isaatiif mijeesse.
✔️Piriimiyerliigii Ingiliiz bara dorgommii 2023 /24 torbeewwan 17 irratti galchii homaa utuu hin keessummeessine milkaa'an itti fufe.
✔️Torbeewwan 36 taphate galchiiwwan 88 lakkoofsisuun 28 qofa keessummeesse turtii waggoota 20 booda.
✔️Torbeewwan 36 taphate 26 moo'ate galchii qulqulluu +60 waliin qabxii 83 sassaabe turtii waggoota 20 booda.


❤️Arsuu Dhukaasi mee
⚽The Beautiful Game

05/05/2024

✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kanaa.

💠Sambata
08:30 🔰 Arsenaal Bornmaawuz waliin
11:00 🔰 Bireentfoord Fulhaam waliin
11:00 🔰 Barnileey Niwkaastil waliin
11:00 🔰 Sheefild Notinghaam waliin
01:30 🔰 Maan Siitii Wolviis waliin

💠Dilbata
10:00 🔰 Biraayteen Astonvilaa waliin
10:00 🔰 Cheelsii Westhaam waliin
12:30 🔰 Livarpuul Tootenhaam waliin

💠Wiixata
04:00 🔰 Kiristaal Paalas Maan Yunaayitid waliin

sʜᴀʀᴇ
ispoortii oromiyaa

Address

Sudii Arabiya
Sabya
0000

Telephone

+966541421855

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WîZ Bãdhãsã Kãñ Jãmããl mûssã posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to WîZ Bãdhãsã Kãñ Jãmããl mûssã:

Shortcuts

Share

Category