19/08/2020
Like✅ Like✔ like ✅
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Na'iim Muusa Tuujuma Page, College & University, Riyadh.
19/08/2020
Like✅ Like✔ like ✅
Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 11.4 - Ibsaa Jireenyaa https://www.sammubani.com/2020/08/04/dubbii-iimaana-diigu-kutaa-11-4/ #.XzB2wZs4uPw.whatsapp
🙂🙂☺☺
11/08/2020
Jechoota Lama Rabbiin Jaallatu Arraba Keenyaaf Laaftuu Kan Taate Kan Guyyaa Qiyaamaa Miizana Kaastu Mee Jedhaa Subhaan Allaah Wobihamdihii Subhaan Allaahil Aziim
سبحان الله وبحمده سبحان الله العظيم
As Wr Wb Vidio Gabaabduu Kana Dhaggeeffadha Waliif Daddabarsa
04/08/2020
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhanii jiru Namni guyyaa qiyaamaa akkaan natti aanuu nama akkaan salawaata narratti heddumeeysu.
Allaahuma Salli Wasallim Alaa Nabiyyinaa Muhammad
( HUBACHIISA) Nama islamaa tokko dhiiras taahe shamarranis taahe nama ganaa Bultii jaarratuu Barbaadu hunda isin faayyada jedhe yaada insha allha @
shari'aan islamaa waan Duniyaa fii Aakiratille namaf tolu hunda nuf himtee jirti nama hojirra olchutu dhabame male @
1/ shari'aan islamaa Akkii jettu jaalalti ❣ Nikadhan Booda jetti @ namni Halaala dhiise Haramatti deemu dhugumaan Qura'aan fii hadiisan faallaa taahe irratti Qixaaxamudhaf jira @
intala Saaliha takka yoo argatte dura isii Dubbifte video ergii fii waan fofokkataa gaafachuu osoon taane akkuma shari'aan islamaa itti si ajajje sanitti waan gaafachuu feetu afaanuman gaafadhuu yoo walif galtan maatii isii dubbisi halaala godhuu san boodan akka fetetti jaaladhu haadha manaa tee @
2/ dhugumatti Dubartiin islamummaa maqaa osoon taane islamummaa haqaa qabdu takka nama Rabbiin isirratti harma godhe wajjin akka fedha isii hin taatu @
Dubartiin dhugumaan ajaja Rabbii fii Rasulaa- SAW . dhagessu takka yoo gurbaan tokko isii jaalatee fuudhu fedhe yoo isinis kan jaalattu taate gurbaa san gara maatii isii ergiteti daddafii halaala na godhu jetti male nama haajinabi tokkon wajjin Akka fedha isii hin taatu @
3/ warrii dhiiratis Rabbii Dalagaan ilma namaa takkallen isarraa hin dhokanne Sodaadhaa obbolettii Qabdani obbolettii namarratti waan haamtuu hin dalagina @ intala takka yoo jaalatte fuudhii wajjin jiraadhu intala jaalatte fuudhu wanti irraa sidangessu tokkollen hin jiruu #
waan ati intala namarran gahaa jirtuu kana yoo namni Biro Obboleettii keetirran gahe maaltu sitti dhagahama laata 😇 yaa ilma dhiira @
4/ jaalalti nikaa booda 🌺 )
قال رسول الله صلى الله عليه وسلم ❤ الدنيا متاع وخير متاع الدنيا المرأة الصالحة )
Rabbiin dubartii Saaliha gooda keesan haa godhu) shamarranille Rabbiin bultii gaarii itti haa jaaru 🌸🌺
Jecha Mooataa Jechuun Kan Akkasiiti
25/07/2020
Subhaan Allah Uumaa Rabbii سبحان ألله
Vidion. Kun Baayyee Dass Jedha😁😍
Benin Mexxaaaa🤗 Share Share Seeenaatu Jedha Jedhe Haceen😥😥