22/12/2021
inaalillaahi Wa`innaa ilayhi Raaji`uun haji muhammad saalih ulamoota naannoo kaabaatti beekaman keessa tokko turani guyyaan isaani geesse gara fuula Rahmaan deemanii jiru. Rabbiin ija Rahmataatiin isaan haamil`atuga maatii isaaniis Rabbi sabrii hakennuufi.
ሐጅ ሙሀመድ ሷሊህ በተወለዱ በ90 ዓመታቸው ወደ አኼራ ሔደዋል። አላህ የጀነት ያርጋቸው።