Gabreguracha global media network

Gabreguracha global media network

Share

qawwee maalee

02/06/2022

β˜πŸ‘‚πŸ‘ˆ

Photos from Gabreguracha global media network's post 30/05/2022

loveβ™‘Sβ™‘

21/05/2022

"Tumaa qaama kiyyarra jiruuf jecha gara
islaamummaatti hin deebi'u" jetta.
Islaamummaan dilii isa dura dhufe kamuu
akka balleessu, dhugumatti Allaahn hojii
gaariitti akka isaan jijjiiru hubachuu qabda,
akka inni jedhetti (hiikkaa isaa):
"Warra towbatanii fi amanan
(Islaamummaa keessatti), fi hojii qajeelummaa
hojjatan malee; warra, Allaahn cubbuu isaanii
gara gaariitti jijjiiruuf, Allaahn araaramaa dha,
araaramaa dha" [al-Furqaan 25:70]
Dalagaan badaan gara hojii gaariitti kan
jijjiiramu yeroo gara Islaamummaa deebi'an.
Yoo danda'an tumaa itti uwwisuudha. Cubbu
darbe nama birati hin kaasnne wayya. Waa'ee
taateewwan darbanii baay'ee yaaduu hin
qabnu garuu gara ALLAAH qofa deebi'uu
qabna - dhuunfaadhaan - cubbuu keenyaaf.
Inni gaariin tumaa balleessudha. Har'a,
miidhaa malee raawwatamuu danda'a, ta'us
garuu gatii nama baasisa. Yoo ofirraa baasuu
dadhabde immoo dhoksuuf yaali. Akkuma
beekamu yeroo hunda furmaanni ni jira.
fi ALLAH ni beeka sirritti.

Photos from Gabreguracha global media network's post 21/05/2022

Breaking news
TPLF Booji'amtoota waraanaa Bilixiginnaa
Raayyaa ittisaa Biyyaa Kuma kudhanii olii
keessa Kuma Afur kaneen miidha garagara
lola irratti mudate gadi dhiifte jirti..
Akkasuma kaneen ulfa turanii achitti dahan
dabalatee.. Kaneen midhaa qaama hin
qabne Kuma jahaa ol tahan immoo ammas
harka isaaniti hambiftee jirti.. Shakkiin jiru
kaneen achitti hafan baruumsa siyaasa
sirnaan fudhatani Mootummaa Abiyi TPLF
moggaa tahuun kaneen loluuf
murteessaniidha jedhamaara.

20/05/2022

🀣😁😁

10/05/2022

❀❀❀
πŸ’šπŸŒ³πŸ’š
❀❀❀

07/05/2022
05/05/2022

Galii tahee jiraaπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ‡§πŸ‡«πŸ‡§πŸ‡«πŸ‡§πŸ‡«πŸ‡§πŸ‡«β€

Want your school to be the top-listed School/college in Mecca?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Mecca
48850753