Obsi buddeena iyyeessati

Obsi buddeena iyyeessati Biyya ormaaf furguuggee gadi jedhii dabarsi

As wr wb jira jirtuu           Hubadhu ➡️Bara darbuuf jiru Dagattee lafa sinfakkaanne hindhaabatin ➡️Obsi furtuu jireeny...
05/10/2022

As wr wb jira jirtuu

Hubadhu

➡️Bara darbuuf jiru
Dagattee lafa sinfakkaanne hindhaabatin

➡️Obsi furtuu jireenya
Akka ta'e hindagatin
➡️dukkana booda ifti akka jiru qalbii irraa qabaadhu
➡️yoomillee taanaan jecha afaanii nama eeggadhu
➡️ofta'ii jiraadhu garuu ofittummaa irraa bilisa ta'ii
Dhaamsa obbolummaati layikii godha

Address

Jeddah

Telephone

+967738099680

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsi buddeena iyyeessati posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share