Odaa Doolaa

Odaa Doolaa

Share

Oro page

13/09/2025


====================
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldalagarbaa mormuun akka dhaabbatu goote biyya -Ispeen

☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabiin du'aa (death penality) akka hafu labsite biyya -Venezuweela

☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf qarshii waraqaa irratti maxxansiifte biyya - chayinaa(song dynasty)
☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf istaampii poostaa eegalte Biyya - Biritaaniyaa maqaan istaampichaas ("Penny Black") jedhama.

☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf VAT(Value Added tax) eegalte biyya - Faransaaydha.Bara 1954.

☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaafgurgurtaa kaarbonii (Carbon Tax) jalqabde biyya- Finland bara1990.
☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirnabulchiinsa dimookraatawaa eegalte biyya Giriik Ateens dha.
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf waraaqsawarshaalee dhandhamate biyya -Biritaaniyaadha.
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf karoora qusanaa maatii hojii irra oolchite biyya- Indiyaa

Waan dubbistaniif galatoomaa!.

13/09/2025
13/09/2025

🤷🤷😍😍🫶🏻🫶🏻

14/04/2022

KOCH
k***h ati hin dandeetta🙏🙏🙏🙏

06/10/2021

daddaaqaa garagalchan waaqaa

Jedhe keekkiyyaan badhaadhaa

21/09/2021

Warrii kaayoo kijibaa hiree namaatin bultu bor seenan Mal sin jedha karaan sobaan darban galudhaaf nama dhiba.

05/09/2021

Tole Jennee sagannee woma tole hin dhagarre

Jedhe gujoo

12/08/2021

Yooyyaa jenne ijoollee Oromoo dhuqqi lafaa Aadaan keenna bareedina keenna
Aadaan keenna miidhaginna keenna
Aadaan keenna jireenya keenna

Photos from Odaa Doolaa's post 09/08/2021

Mana meeshaa Aadaa dadansaa faayame mana uffataaf meesha biyyaaf yadi keessaa meeshaa ijoollee xixiqqoo kaasee hanga meesha maanguddootati ni argattu.
Koota isinin jedha manni Aadaa biyyaaf yaadi.

18/05/2021

Tokko sabaaf jedhee hidhaan rakkataa
Tokko dhugaaf ibbidat of darbataa
Tokko dhugee Dubbata
Tokko garaaf saba ofii gurgurrataa
Ati garuu yaa dhugaa waan hunda hin argita.
Duubeeti jedhe liqimsi

Want your school to be the top-listed School/college in Gujranwala?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Adoolaa
Gujranwala
NIMONAA