Buzeeri Asan

Buzeeri Asan Jimmaa

Yabadhu farda. yororon nuti dibitee tiini ijiifana diina ofiraa. 💪💪💪💪
07/07/2022

Yabadhu farda. yororon nuti dibitee tiini ijiifana diina ofiraa. 💪💪💪💪

30/06/2022
Fayyaa Hin DhabinaaNamni Lubbuu takka du'arraa baraare, akka nama Addunyaa guutuu baraareti." Qur'aanatu je'e. Obboleess...
22/06/2022

Fayyaa Hin Dhabinaa

Namni Lubbuu takka du'arraa baraare, akka nama Addunyaa guutuu baraareti." Qur'aanatu je'e. Obboleessi keenya kun ibsaa Ahmad kan jedhamu akkuma nama Oromoo kamittuu Hegeree isaatiif fi jiraanya maatii isaa bareechuuf jecha biyyarraa baahe.
Erga biyya yeman dhufes akkuma nama kamittuu carraaqqatee jireenya gaarii jiraachuuf hojjachaa ture.
waan harkaa qabuus waldhaansatti fixate jira waan taheef dirqama lammummaa bahadhaa isinin jenna.
Obboleessi keenya kun hardha isinitti haajama. Qarshiin 1 haala inni hardha keessa jiru kanatti isaaf bu'aa guddaa qaba. Arra isaatu rakkate. Boru immoo ana moo sihi? Rabbiitu beeka.
Lubbuu Obboleessa keenyaa baraaraa 😢

Rabbiin fayyaa isin hin dhoorgin ! Sher 👈godhafi

As Wr Wb Obboleeyyan kiyyaa marti keessanu bakka jirtan maratti nagaafi jaalalli Rabbii isiin irraa haa jiratu!
13/06/2022

As Wr Wb Obboleeyyan kiyyaa marti keessanu bakka jirtan maratti nagaafi jaalalli Rabbii isiin irraa haa jiratu!

Address

Muscat

Telephone

+96894077270

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Buzeeri Asan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category