19/08/2024
Congratulations🎓🎀 💻⌨️🖱️🖨️
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anbaassa Jimaa, College & University, Batu Pahat.
19/08/2024
Congratulations🎓🎀 💻⌨️🖱️🖨️
03/08/2024
Fageenyi Goonkuma Addaan
Nama Hin Baasu
Kan Addaan Nama Baasu
Walirraa Callisuudha:!!!
12/03/2024
21/03/2023
Mul'anni Baatuu giddu gala Turiziimii Taasisuuf qabame, milkaa'uuf qarqararra gahe!!
Pirojektiin misooma qarqara Haro Dambal birrii mil.100 oliin hojjatamaa jiru, qulqullinaa fi ariitii barbaadamuun sadarkaa gaarii irra Jira.
Pirojektiin hawaasa magaalaa Baatuutiin hawwiin eegamaa jiru Kun mul'ata Baatuu giddu gala Turiziimii taasisuuf qabame ni milkeessaa jedhamee eegamaa jira.Pirojektichi osoo hin xumuramiin Jiraattonni magaalaa Baatuu iddoo aara galfii taasifachuunis gamanumaa jalqabee Jira.
Ifaajjii fi mul'ata hoggansa isheetiin Baatuun giddu gala turiziimii ni taati!!
05/02/2023
Haardha osoo hin tanee bara dhengaadatif bareede hundaafu .....
20/01/2023
19/01/2023
Batu town
Picture of the day!
19/01/2023
Guyyaa hardhaa magaalaa baay'ee bareeddu tokkoon Wal isin barsiisuun barbaada.
Magaalaa kun kam jettanii gaafachuun keessan hin oolu.
Isheenis magaalaa finfinnee handhuura oromiyaa fi magaalaa guddoo Itoophiyaa akkasumas magaalaa fakkeenyummaa biyyoota Aafrikaatiif qabdu irraa gara kibba bahaatti kan argamtuu fi magaalaa giddugala industry kan taate, akkasumas magaalaa daandii guddicha ethio kenya walqunnamsiisu irratti argamti. Isheenis Baatuu ykn maqaa warri jibba moggaasa afaan oromoo qaban waamaniin ziway jedhamti.
Magaalaan Baatuu finfinnee irraa km 160 irratti kan argamtu yoo ta'u, magaalaa shaashamannee irraa km 90 fagaattee argamti.
Magaalli kun kallattii bahaatiin guutumatti haroo dambaliin daangeffamtee argamti.
Kana dura sochiin hawaas-diinagdee haala gaarii irra jira ture. Erga Aartistiin beekkamaafi jaalatamaan Haacaaluu Hundeessaa Shira naf***yaatiin boqatee as haalli magaalattiin keessa jirtu baay'ee nama gaddisiisa.
Keessattuu sochiin namootaa daangeffamuu irraa kan ka'e namoonni hojii isaanii dalagatanii jiraachuu hin dandeenye. Fkn xinnoo isiniif kaasa bulchiinsi magaalaa keenyaa keessatti sochii Bajaj kamuu sa'aatii 12:00 booda ugguramee Akka isaan sochii kamuu hin taasisne gochuun isaa nama raaja.
Kaabinoonni magaalatti hundi isaanii walgahii ariifachiisaa gaggeessuun uggura yeroo kana yeroo dhiyotti daandii sirrii qabsiisuun hawaasa dalagatee jiraatu qofaaf osoo hin taane isiniifis faayidaa olaanaa qaba. Kanaaf uggura fudhatama hin qabne kana yeroo dhiyotti eddoo isa duriitti deebisuun barbaachisaadha.
Biyyi kan ittiin jiraattuun galii gibira irraa argamuun. Magaalaa kana yoo xiqqaate Bajaj kumaa oliitu jira. Isaan kun galii magaalattii keessatti gahee olaanaa qabu.
Kan nama gaddisiisu Bajaj nama dhuunfaa hojjatee galii guyyaa danda'ee , beenzilas guutee waan irbaataaf taatu yoo argate qabatee gara maatii isaatti kan galu nama qubaan laakka'amuu miti. Hojiin Bajaj guyyatti yeroo sadi qofa inni tokko ganama, inni lammataa guyyaa
19/01/2023
12/11/2022
Obbo Lammii Taayyee kufuu utuu hin taane bakka kufanitti hafuutu hamaadha! jedhama mitiiree? Hundaafuu account (1000509521488) kana irratti qarshii 2,000,000.00 galchuun akka nagahee nuuf ergitan abdiin qaba.
🙉🙉🙉
12/11/2022
"Kophee Malee Waggoota Baayyees Deemeera Waan Ta'eef, Tarii Yoon Qananii Wallaale Malee Rakkinaaf Waliif Haaraa Miti" Artist Ittiiqaa Tafarii Dubbii Qalbii Nama Fuutu!
| Monday | 09:00 - 17:00 |