Abdu HD show

Abdu HD show Welcome to Abdu hd show – Sharing smart mobile tips, app guides, and tech hacks to make your phone life easier!

04/09/2026

Intro Barbaadde Maqaa keetiin, Suuraa keetiin karaa salphaan akkaataa itti tolfattan🔥

01/09/2026

Facebookiin kee yoo akkanatti Raayitii ✅️
siif hin fidin Nageenyi isaa yaaddessaadha dafii sirreeffadhu

30/08/2026

Itti fayyadamaa

28/08/2026

Yeroo ati hin dhageennellee Balbala manaa akka banamtee fi cufamte siif hima App kuni. Yoo Erfoona gurarraa qabaatte,yoo ati hin dhagayin inni siif hima

28/08/2026

Play Story kee Setting sadiin kana itti banadhu

24/08/2026

Sgalee wraabuuf kanatti fayyadama. Akkasuma Sagalee qulqullumma hin qabne qulqulleessuufis kanatti fayyadamaa.

23/08/2026

Bilbilli ka Biyya kamiif tolfametu caala bareeda ( jajjaaba) ? maaliin adda beeyna? dogongora guddaa Namoota hedduu biratti mul'atu.

18/08/2026

Odoo Mana Fotoo hin deemin Bilbiluma keetiin Ka Baasaa booraa, ka ID, ka Facebook, Ka Tik tok hundumsa ufiif sii tolcha

Youtube Seera Monetization( Partner Program) haaraya baasee jira. Naamoota Haaraya Youtube banatanii hojjatuu barbaadani...
17/08/2026

Youtube Seera Monetization( Partner Program) haaraya baasee jira.
Naamoota Haaraya Youtube banatanii hojjatuu barbaadaniif Ulaagaan Monetization argatuuf isaan barbaachisu Saa'atiin Laalchaa (watch hours) ka duraan waggaa 1 keessatti 4000 ture gara 8000 YKN Short View 20ML tti ol guddisanii jiran. Seerri kuni January 31/2027 irraa eegalee hojjrra oola.

Warri Youtube hojjataa jirtan ka Monetization isiniif hin tayin dafaa achii asitti Ulaagaa guutaa Apply godhadha. Seerota Haarayaa kanaa fi ka biroos ka Youtube baase Videodhaan walitti deebina yoo Rabbi jedhe.

13/08/2026

Whtsappe kee Setting kana Itti banattee hin jirtu taanaan dafii itti banadhu

Address

Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdu HD show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Abdu HD show:

Shortcuts

Share