Lokitaung Primary School

Lokitaung Primary School A school of Excellence, Academic Giants and the Best Brains.The leading school within the Kakuma Refugee Camp, Kenya.

20/06/2022
17/03/2021
21/02/2021

Lagannaan Nyaataa Guyyaa 25ffaaf Itti Fufee Jira; Warri Mootummaa Kijibni Hojuma Isaaniiti

Finfinneef qabsaa'anii Oromiyaa dhabuun farra. Filannoon as deemu kun filannoo Oromoon akka sabaatti harkaaf miila hidhamee dhaabonni isaa keessaa dhiibamanii gaggeeffamuuf jiru dha. Bu'aan isaas Finfinnee ABIN'tti kennuu Oromiyaa fi guutuu biyyatti EZEMA'tti dabarsuu akka ta'e tilmaamuun salphaa dha. Warri filannoo taajjabuu fi boordiin filannoo raawwachisu warra karaa adda addaatiin ABIN/EZEMA waliin hidhata ykn deeggarsa qabani dha.

Hoogganoonni Oromoo hidhaa jiran kana ija keenyan arguu caalaa du'a filanna jedhanii lagannaa nyaataa guyyaa 25ffaarra jiru. Of miidhaa hin jiran qabsoorra jiru malee. Qabsoon ammoo gatii nama kafalchiisa. Kana tolchanii beeku. Mootummaan Itoophiyaa akkuma amalasaa yaalamaniiru, lagannaa addaan kutaniiru jedhee sobasaa karaa Ambaasaaddara isaa Fitsum Araggaa jedhamuun buufaa jira.

Address

The LWF/DWS, Kakuma Refugee Camp, P. O. BOX 48, Kakuma
Kakuma
00200

Opening Hours

Monday 07:15 - 16:30
Tuesday 07:15 - 16:30
Wednesday 07:15 - 16:30
Thursday 07:15 - 16:30
Friday 07:15 - 16:30

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lokitaung Primary School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category