20/01/2026
https://waliftech.com/akkataa-youtube-irraa-qarshii-argachuun-itti-dandaamu/
welcome
09/01/2026
Wa'ee Kanfaltii Digital Ethiopia Baruu yoo barbadaan Link kanaan seenaa.
Akkaataa Sirna Kaffaltii Digital Itiyoophiyaa (IPS) Daldala Keessaniif Itti Fayyadamtan Odeeffannoo Guutuu » Walif Technology Itiyoophiyaan Istiraateejii Kaffaltii Dijitaalaa Biyoolessaa (2026–2030) hojiirra oolchuudhaan gara sirna maallaqa harkatti hin qabneetti (cash-lite economy) cehuu irratti argamti.
14/11/2025
Oduu Addaa
Tamsaasni Televizhiinii biyya keenyaa OBN irraa kan hafe sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudateen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citeera.
Sababa Kanaan tamsaasni Televizhiinii buufataalee televizhiinii biyya keenyaa hedduun adda citeera.
Tajaajilicha deebisuuf hojjetamaa waan jiruuf diishii keessan hin xuxuqiinaa achuma irratti ni deebi'a!
OBN qofati hojjeta.
Garaagaruummaa imoo Lite Fi Imoo HD 🤙🎯