Musa Abdela kedo

Musa Abdela kedo honesty

08/06/2024
06/02/2024

በሁሉም መስፈርት እና መመዘኛ ብትመለከተው የተዋጣለትን እና ብቃት ያለው መሪ ነው ዶ/ር ዐብይ!

29/11/2023

Dhalli nama jajamuu barbaacha waan baay'eetti dadhabaa waan ooluuf ceepha'amuu ykn qeeqamuu baay'ee jibba
"Gufuuwwan Ida'amuu
*********************
Yaada jijjiiramaa adeemsi ittiin simannu gufuuwwan sadii kan qabuu dha. Isaaniis
1,Dhibaa'ummaa
2,Qoostummaa fi
3,Fakkeessitummaa dha.
Dhibaa'ummaa yommuu jedhamu yaada jijjiiramaa kamiyyuu fudhachuu dhiisuuf sababa tarreessuu fi yaada jijjiiramaa liqimsuu dadhabuu dha. Inni lammaffaa immoo qoostummaa yommuu ta'u, kunis yaadata jijjiiramaa guguddoo hunda qoosaa fi oduuf oolchuun, dubbii ijoo isaa irra qoosaan isaa akka bay'atu gochuu dha. Wantoota ija qaraan ilaalanii madaaluurra, dubbicha irratti qoosaa uumanii bira darbuu dha. Qoostummaan karaa baay'ee dhibaa'ummaa wajjin kan wal-qabate yookiin immoo bu'aa dhibaa'ummaati. Inni sadaffaa immoo fakkeessitummaa yommuu ta'u, yaada jijjiiramichaaf otoo hin taane nama dhuunfaa sana jala kufuun otoo nuuf hin galin ibsa kennuuf olii gadi fiiguu dha. Kunis, badii guddaa qaqqabsiisa. Jijjiiramaa fi milkaa'ina keessa uummataa fi biyyi akka fayyadaman otoo hin taane hambaa yookiin harcaatuu jijjiiramicha keessaa argama jedhamee yaadamu funaannachuuf jala fiigaa, jajaa fi faarfachaa waan Jijjiiraman fakkaachuun bu'aa ofii adamsuu ilaallaa.
🙏

Address

Ziway/Batu
Ziway
1234

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Musa Abdela kedo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Musa Abdela kedo:

Shortcuts

Share

Category