Teso Secondary School

Teso Secondary School Education is the most powerful weapon that we can change the world

20/02/2022

Baraattota m/b Teessoo sadarkaa lammaffaa hundaaf nageen isaanii badhaadhaa? Bonaa waalgulaa yaatu? Manni barumsa keenyin akkuma duraan waaliitti dhamaanettii baruumsi guyyaa 14/06/14 waan egaaluuf baraattotni keenyin harcaattii tokkoo malee akkaa garaa m/b dhuftaan baruumsa keessaan jalqaabdan m/b cimsee isaan hubachiisa...... Waaqii gaalee bonaa nuu laafiise Boraana bonaa keessa baasinaa!!!!

M/b Teessoo sad.2ffaa adeemsa baruu-barsiisuu foyyeessuuf akkaasumas dandeettii baraattota cimsuuf  baraattotni baruumsa...
01/01/2022

M/b Teessoo sad.2ffaa adeemsa baruu-barsiisuu foyyeessuuf akkaasumas dandeettii baraattota cimsuuf baraattotni baruumsa baraattan ofiin akkaa waalbarsiisan godhaa jira. Kun immoo baraattotni dandeettii isaan akkaa cimuu akkaasumas waan baraattaan hubaanno gaha akkaa argaatan hojjaacha hamiilen baraattota darraan dabaalera....

26/02/2021

Hojii misooma suluula guyyaa har'aa baraattota fi barsiisootni m/b Teessoo sad.2ffaa haala namaa hawwaatun gandaa Teessoo ardaa qoolatettii hojjaatame kana fakkaata. Barsiisoota fi baraattota keenyan galaatooma harkaa fayyaa argaadha jennaan.dagaan hojjaatame kunii biqiltuun keessaattii dhabaame sirnaan eggaame hawaasni bal'aan irraa fayyaadamuu qabaan dhamsaa keenya

M/b Teessoo sadaarka lamaaffaa har'aa guyyaa 19/06/13 hojii baruu barsiisuu cinaaattii hojii daaga gandaa Teessoo ardaa ...
26/02/2021

M/b Teessoo sadaarka lamaaffaa har'aa guyyaa 19/06/13 hojii baruu barsiisuu cinaaattii hojii daaga gandaa Teessoo ardaa qoolatettii baraattota fi barsiisootni keenya bifaa qindoomina qabuun ummaata gandaa waaliin tahuun hojii bonsaa fi dhaloota bu'aa buftuu hojjaatera. Hojiin kunii lafaa duraan qorqaamtee fi lolaan miidhaamtee deebisaan misoomsuun bu'aa guddaa qaba.

M/b Teessoo sadarkaa lammaffaa haala baruu barsiisuu bifaa qindoomina fi kutaannoo qabuun geggeessaa jira.hanqinni barsi...
06/02/2021

M/b Teessoo sadarkaa lammaffaa haala baruu barsiisuu bifaa qindoomina fi kutaannoo qabuun geggeessaa jira.hanqinni barsiisa jiraatus barsiisotni keenyiin osoo nuttii jiruu barattootni keenya nuu biraa hin miidhaamtuu jechuudhan sagantaa 1ffaa_6ffaa dhaabbatee barsiisaa jirtii. Aniin akka barsiisaa fi hoggaansa tokkootti barsiisota keenya onnee koo irraa galateeffachuu barbaada.jechaa isaan ittiin ibsuu naa hanqaata. Irraa deebi'ee galaattooma jedhaan..

Kaleessaa guyyaa 25/05/13 m/b Teessoo sadarkaa lammaffaa suppervishinnii alaa mana geggeessaa olee...haa ta'u malee, han...
03/02/2021

Kaleessaa guyyaa 25/05/13 m/b Teessoo sadarkaa lammaffaa suppervishinnii alaa mana geggeessaa olee...haa ta'u malee, hanqinni barsiisa m/b keessaa jiraattullee hojii baruu barsiisuu haala kutaannoo fi qindoomina qabuun ofii keeninee hojjachaa jira..

M/b Teessoo sadarkaa lammaffaa haala baruu_ barsiisuu hawwataa taasisuuf akkaasumas dandeettii barattootni waan baratani...
03/02/2021

M/b Teessoo sadarkaa lammaffaa haala baruu_ barsiisuu hawwataa taasisuuf akkaasumas dandeettii barattootni waan baratanii ibsuu,waalbarsiisu fi presentations fuula duraaf isaan gargaaruu haammumaa irraa kaasee akkaamiin ofii qopheessuu waal barsiisaa jiruu...kuni immoo barnoota qulqullina qabu kennuu keessatti bu'aa guddaa qaba.

M/b Teessoo sad.2ffaa Adeemsa baruu_barsiisuu  m/b keenya hawwaata gochuun akkaasumas pakeejii qulquullina barnoota hoji...
30/01/2021

M/b Teessoo sad.2ffaa Adeemsa baruu_barsiisuu m/b keenya hawwaata gochuun akkaasumas pakeejii qulquullina barnoota hojii irraa olchuun baraattootni keenyiin adeemsa presentation mataa duree qoodneef akkaa walbarsiisan godhaa jira.kunii immoo qulquullina barnoota irraattii shoraa olaana qaba.

Address

Yabelo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Teso Secondary School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Teso Secondary School:

Shortcuts

Share

Category