Ambo University Waliso Campus

Ambo University Waliso Campus Ambo University Waliso campus is a public higher education established in 2010 G.C. @ Woliso town!

04/08/2026
21/07/2026
Use the opportunity!
16/07/2026

Use the opportunity!

Walii galtee hojii (Memorandum of Understanding)***********************************Yuunvarsiitii Amboo Kaampaasii Waliso...
09/07/2026

Walii galtee hojii (Memorandum of Understanding)
***********************************

Yuunvarsiitii Amboo Kaampaasii Walisoofi Waldaan Qaxxaamura Diimaa Damee Godiina Shawaa Kibba Lixaa waliigaltee hojii
(Memorandum of Understanding) waliif mallatteessan.

Kaayyoon Waliigaltee kanaa hojiiwwan tajaajila hawaasaa akka godinatti jirurratti waldeeggaruun waliin hojjachuuf tahu Ittigaafatamaan Waldaa Qaxxaamura Diimaa Damee Godiina Shawaa Kibba Lixaa Obbo Tokkummaa Likkisaa himan.

Daayireektarri Yuunvarsiitii Amboo Kaampaasi Walisoo Dr. Tashaalaa Tarrafaa Waldaan Qaxxaamura Diimaafi Kaampaasiin keenya tajaajila hawaasaa kenninurratti waltumsuun caalatti hawaasa keenya tajaajiluuf waliigalteen kun murteessadha jedha.

STEM Summer Camp 2018 E.C. – Ambo University Woliso CampusRegistration is now open for the STEM Summer Camp at Ambo Univ...
02/07/2026

STEM Summer Camp 2018 E.C. – Ambo University Woliso Campus

Registration is now open for the STEM Summer Camp at Ambo University Woliso Campus. The program offers training in Mathematics, English, Physics, Economics, Computing & Programming, Web Development, Python Programming, and Machine Learning for Grade 10–12 students.

Registration: 22/10/2018 – 13/11/2018 E.C.
Venue: Ambo University Woliso Campus

Learn Today, Lead Tomorrow!
Dr. Teshale Terefa, Campus Director!

Yuunivarsiitii Amboo Kaampaasii Wolisoo – Giddugala STEM barattoota kutaa 10–12 ta'an hunda Kaampii Gannaa STEM irratti akka hirmaatan kabajaan affeera.

Leenjichi Herrega, Ingiliffa, Fiiziksii, Ikonomiksii, Koompitarii fi Piroogiraamingii, Web Development, Python Programming, fi Machine Learning irratti ni kennama.

Galmeen: 22/10/2018 – 13/11/2018 E.C.
Bakki: Yuunivarsiitii Amboo, Kaampaasii Wolisoo.

Har'a Baradhaa, Boru Hogganaa!
Dr. Tashaalaa Tarrafaa, Daayreektara Kaampasii!

Progress of the 1st phase of campus landscape!
29/06/2026

Progress of the 1st phase of campus landscape!

Congratulations to the graduates of Ambo University Woliso Campus!Eebbifamtootni Yuunvarsiitii Amboo Kaampaasii Walisoo ...
28/06/2026

Congratulations to the graduates of Ambo University Woliso Campus!
Eebbifamtootni Yuunvarsiitii Amboo Kaampaasii Walisoo baga gammaddan!
የአምቦ ዩንቨርሲቲ ወሊሶ ካምፓስ ተመራቂዎቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!

Address

Woliso
217

Telephone

+251113413336

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo University Waliso Campus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share