Watar Firdows School

Call Directions Website

Watar Firdows School dhalattoonni koo kan biyya keessa fi ala jirtan martinuu na ol guddisuu fi jiraachisuuf Rabbii gaditti itti gaafatama qabdu. dhiiga hayyoota meeqaatin as ga'e.

Seenaa mana barumsa kanaa guutuu guututtullee ta'uu baattu maalirra akka dabree dhufe ni beekna. kanaafuu nuti dhaloonni ammaan tanaa dirqama kana fudhannee ,dandeettii qabnuun bakka barbaachisuun gayuun dirqama nurraa barbaachisuun ja'uunin ergaa kiyya xumura.JAZAKUMULLAAH!!!!!!!!!!!!

12/07/2026

Alhmdlih sagantaa eeyba keenya ximurre jirra kan Tamsaasa kenya hordofaa turtan hundinuu galatoomaa

12/07/2026

Tamsaasni kenya eegaleera

Sagantaa Eeyba barattoota KG-3  fi Cufinsa M/B/Sooreeysa Jaarraa Abbaa Gadaa Tamsaasa kaalllattiin waan dabruuf kallatti...
12/07/2026

Sagantaa Eeyba barattoota KG-3 fi Cufinsa M/B/Sooreeysa Jaarraa Abbaa Gadaa Tamsaasa kaalllattiin waan dabruuf kallattiin akka hordoftan isiniin jenna

AFEERRAA GAMMACHUU ISINIIF QABNA.GUYYAA ADDAA FI EEBBA BARATTOOTA KG-3  BARA  2018 A.L.H M/B/S/J/ABBAA GADAA WATAR*****A...
11/07/2026

AFEERRAA GAMMACHUU ISINIIF QABNA.

GUYYAA ADDAA FI EEBBA BARATTOOTA KG-3 BARA 2018 A.L.H
M/B/S/J/ABBAA GADAA WATAR
*****
AS WR WB ?
Jaalattoota, Keeysummoota, maatii barattootaa fi jiraattota naannoo watar hundaaf.
M/B/S/JAARRAA ABBAA GADAA guyyaa boruu (Alhada) 5/11/2018 sa'a 2:30 irraatti sagantaa guyyaa ayyaana abbootii fi Eeyba barattoota KG-3 bifa Addaatii fi Oowwaa taheen qopheessee dhufinsa keeysan eegu jira.
Kanaaf isiniis kanuma hubattanii qophii kanarraa akka qooda fudhattan waamicha kabajaa isiniif godhuu barbaanna.

Namni ergaa kana agartan share godhuun nama hunda biraan gahaa.

Address

Ethiopia/Oromia/East Hararge/Kersa/WATAR
Weter
HH

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Watar Firdows School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category