Jallee

Jallee Oromoiyaa

18/06/2026

Ameerikaan jara Bilxiginnaa somba dura qabdee tiruu harkaa fuute. Jara TPLF kan Finfinneeyyuu dhufuu hin dandeenye “Ameerikaa akka hin dhufne uggura viizaa irra keenye” jedhanii baacan. Qoqqobbiin kun sochii qondaalota TPLF irraan dhiibbaan gahu hin jiru. Ilmaan qondaalota kanaas yoo taate, gaafa angorra jiran waan ala baafataniif, hedduun isaanii ammaan lammiilee Ameerikaa ta’aniiru. Viizaan isaan hin barbaachisu. Namonni Ameerikaatti dhaabicha bakka bu’anis lammuaa qabu. Kanaafuu, tarkaanfiin Ameerikaa kun Bilxiginnaa sobuuf ta’e malee TPLF harka micciiruuf faaydaa hin qabu.

Tiruun sombaan gowwomsanii fudhatan hoo maali laata kan jedhuuf, haasaya kaleessa Trump dubbate irra deebi’aa dhaggeeffadhaa!

jiiraachuu kee kesaan wanii hundii dhuufaa yaa ☝️
11/06/2026

jiiraachuu kee kesaan wanii hundii dhuufaa yaa ☝️

10/06/2026

please please misikinaa dhisaa 😭

“Seenaa keenya himannu maleeOrmi nuuf hin himu, hin du’a malee”
20/03/2026

“Seenaa keenya himannu malee
Ormi nuuf hin himu, hin du’a malee”

Address

Ethiopian
Sululta

Telephone

+251914965201

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jallee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share