Barattoota oromoo walqixxee University

Barattoota oromoo walqixxee University

Share

Waliin ta'a waliif dhaabbadha

12/05/2022

Baga nagaan dhuftan isiniin jecha odeeffannoowwan haaraafi guyya guyyaatti bahu karaa page kanaa waliin gahuu dandeessu barattoonni waggaa 2ffaa kan amma seenaa jiraniif pdf fi document wwan garaagaraatin akka walitti qabdani deggartan abdiin qaba

04/05/2022

Barattoonni walqixxee university isin gahe baga gammaddan jechuun barbaada akkasumas guyyaan waamichaa ifoomee waan jiruuf 3/9/14fi4/9/14 ta'uusaa beektani akka qophoofta isiniin jechuu barbaanna barattoonni buleeyyiin pages kana jala jirtan share walif godha

28/04/2022

Jirtuu? Jirra jedhame warri group kana jala jirtan

26/11/2021

Jirtuu Qomoowwankoo

01/03/2021

We strive for wisdom

Want your school to be the top-listed School/college in Sodo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


East
Sodo