Shashemene Poly-Technic College

Shashemene Poly-Technic College Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shashemene Poly-Technic College, Trade school, Shashemene.

20/08/2026
18/08/2026

Gahumsii Humna Namaa Waan Hundaaf Bu'uuraa!!!

Leenjii Gagaababoo – Culinary Arts 👩‍🍳👨‍🍳Kolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee keessatti, ogummaa "Culinary Arts" ir...
14/08/2026

Leenjii Gagaababoo – Culinary Arts 👩‍🍳👨‍🍳
Kolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee keessatti, ogummaa "Culinary Arts" irratti leenjii gagaababoon kennamaa jira.

KOLLEJJII POOLII TEEKNIKA SHAASHAMANNEE== 🗓️ Adoolessa 27, 2018 A.L.H==💼​Kolleejjiin keenya tajaajila fi leenjii sadarka...
04/08/2026

KOLLEJJII POOLII TEEKNIKA SHAASHAMANNEE

== 🗓️ Adoolessa 27, 2018 A.L.H==

💼​Kolleejjiin keenya tajaajila fi leenjii sadarkaa ol'aanaa qabu Hojjattoota Deggarsaa hundaaf leenjiin dandeettii humnaa rawwachisuuma cimsuu fi jijjirama ilaalcha hojii (Mindset & work ethics) fi Naamusa ogummaa fooyyessu irratti xiyyeeffate leenjii kenneera.

​💬 Diinii Kollejjiichaa leenjii kana irratti haasawa taasisaniin, Hojjettoonni deggersaa dandeettii humnaa raawwachiisummaa cimsuu,kennaa tajaajila, kaka'umsa fi naamusa guutuudhaan bara 2019 hojii haaraa kana keessatti tajaajila si'aawaa fi bu'aa qabeessa ta'e leenjifamtoota fi hawaasaaf ni kennu jechuun abdii guddaa qaban ibsaa, hirmaattota hundaa galateeffataniiru.

Odeeffannoo haaraa argachuuf:
Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/share/p/1F6rK9T7vy/
Teeleegraamii: https://t.me/Shashe_Poly_Technic_College

23/07/2026
Baga Gammaddan!Kolleejjiin Poolii Teekinikaa Shaashamannee, hojii bara 2018 keessatti raawwateen mootummaa fi hawaasaaf ...
21/07/2026

Baga Gammaddan!
Kolleejjiin Poolii Teekinikaa Shaashamannee, hojii bara 2018 keessatti raawwateen mootummaa fi hawaasaaf tajaajila bu'a qabeessa kennuun, Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Oogummaa Magaalaa Shaashamanne irraa Beekamtii Raawwii Hojii Olaanaa argateera.
Beekamtiin kun hojii qulqullinaa, hojii walta'iinsa industirii cimsuu, leenjii ogummaa sadarkaa olaanaa kennuu fi carraa hojii uumuuf kolleejichi taasisaa ture kan mirkaneessedha.
Milkaa'inni kun hojii waloo hoggansa, Leenjistoota, hojjettootaa, leenjifamtootaa fi mootummaa keenya waliin ta'uun galmaa'e keessaa isa tokko dha.
Kolleejjiin keenya hojii qulqullinaa fi kalaqaan mootummaa fi hawaasa tajaajiluu keessatti kutannoo isaa cimsee itti fufa.
🎉 Baga Gammaddan! Baga Milkooftan!

Kolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee Gamaagamnni Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 Gaggeefamaa Jira.‎‎ Adooleessa 10/2...
17/07/2026

Kolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee Gamaagamnni Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 Gaggeefamaa Jira.

‎ Adooleessa 10/2018 KPT Shaashamannee
✍️‎Hojiiwwan bara 2018 keessatti hojjattamman hanqinootaa fi ciminoota turan erga dhiyaateen booda hojiiwwan hojataamaa turan keessatti hanqinoonni muldhataan bara itti Aanuuf galtee akka ta'aniifi harcaatiwwan muldhattan irratti gamaagamnni sirriitti Gaggeefamaa kan jiruudha.

‎ 👉Gamaagama kun bakka maanaajimeentiin Kolleejjichaa argamannitti gamaagamnni raawwii hojii bara 2018 fi Kallaattii Karoora bara 2019 gaggeefamaa kan jiruudha.

‎ !!

14/07/2026

Address

Shashemene
34

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shashemene Poly-Technic College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Shashemene Poly-Technic College:

Shortcuts

Share

Category