Leadstar Academy

Leadstar Academy Leadstar International Academy is Private School that was founded by Reverend Doctor Gemachis Desta in the year 2015.

The School is located in Shashemenne, Westi Arsi, Oromia, Ethiopia.

Dear leadstar family I am proud of you I had such an intersing time with you !!!Thank you.
09/07/2023

Dear leadstar family I am proud of you I had such an intersing time with you !!!Thank you.

05/07/2023

maatii barattota fi barattoota akkadaami liidistaar hundaaf.
Guyyaan maatii barattoota gaafa guyyaa 1/11/2015 kabajama waan teef hundi keessan Kg-Kutaa 12 Saa'aa 2:30 irrattii argamun qabxii waggaa guutu akka laaltanii fi kabajtani kabajaa fi jalaalan isin yaamneerra.
ለሊድስታር አካዳሚ ተማሪዎች እና የተማሪ ወላጆች በሙሉ።
የወላጆች ቀን የሚከበረው በቀን 1/11/2015 ዓ ም ስለሆነ በዚህ ቀን ሁላችሁም KG-12ኛ ክፊል ከጡዋቱ 2:30 በመገኘት የዓመቱን የሥራ ውጤትእንድትመለከቱ እና እንድታከብሩ ስንል በአክቡሮት እና በፊቅር ጠሪተኖታል።

27/06/2023

Barsiisoota,Barattoota ,Maatii barattoota fi hojjatoota wajjira barnoota fi gahe taphatoota akkasummas hordoftoota amantaa muslimaa hunadaaf baga gessan geenye ayyaani kan nagaa kan badhaadhina kan jaalala haata'u. ayyaana gaarii !!!
መምህራን ተማሪዎች የተማሪ ወላጆች እና
የትምህርት ፅ/ ቤት ሠራተኞች ባለድርሻ አካላት እንድሁም የእስልምና ዕምነት ተከታዬች በሙሉ።ሁንኳን አደረሳችሁ አደረሰን በዓሉ የሠላም የብልፅግና የፊቅር ይሁንልን ።መልካም በዓል!!!

Barattooni kuta 12ffaa  akkadaami liidistaar hundaaf.Qormaata Modeela akkadaami keenya irrattii bakka kami irra jirtan a...
22/06/2023

Barattooni kuta 12ffaa akkadaami liidistaar hundaaf.Qormaata Modeela akkadaami keenya irrattii bakka kami irra jirtan agarsiiftu takka argitanirtu jenne yaana.isuma kana irrattii hojjachus hojjachu dhabu dandeessu maaliif barsiisaan abba gosa barnoota hojja ofiitiin baase waan ta'eef kallattii tokkoo qofaan ilaalame jecha dha.Amma Immo Kallattii gara garaan iddoo tokkoo walittii dhufe bahe waan ta'eef gara qormaata biyyooleessa ni dhiyyaata jecha dha kanaaf barattooni keenya naamusa baratameen hammam beeke jira isa jedhu of madaaluuf itti yaadani akka hojjatan jecha qormaani salphates uliffates hamma dandeetan qofa hojjachuun isin irra jiraata.Kutaan qormaata tooftaa akkana fayyadamun gara hujjii seenu keessaniif galata qabdu.galatooma hirmaatoni hundi keessan!!!!
ለሊድስታር አካዳሚ 12 ኛ ክፊል ተማሪዎች በሙሉ።
በትምህር ቤታችን ሞዴል ፈተና ምን ላይ እንዳላችሁ አመላካች ነገር አይታችኋል ብለን እናስባለን።ሊትሰሩም ላትሰሩም ትችላላችሁ።ለምን የትምህርቱ ባለቤት በራሱ በራሱ እይታ ብቻ ያወጣው ስለሆነ።አሁን ደግሞ በተለያዬ እይታ በአንድ ቦታ የተዘጋጄ ስለሆነ ወደ ሀገር አቀፍ ፈተና ይጠጋል ማለት ነው ።ስለዚህ ተማሪዎቻችን በተለመደው ስነ ምግባር ምን ያህል አውቅያለሁ የምለውን ፈተናው ቢቀልም ብከብድም በራሳችሁ ራሳችሁን መገምገም ይኖሪባችኋል።የፈተና ክፍል የዚህን አይነት መንገድ ስለተከተላችሁ ወደ ሥራ ስለገባችሁ እናመሰግናለን።ሁላችሁም ተሳታፊዎች እናመሰግናለን!!!!!

Dear teachers student parents and the education office ,we thank you for all your contributions with the expected deal.A...
21/06/2023

Dear teachers student parents and the education office ,we thank you for all your contributions with the expected deal.As I informed you last time grade 12 students had taken the school model exam and looking for cluster modal exam.And grade 9-11 started on monday going on through .on the other hand grade 8 students had taken cluster exam and Know going on the school model exam for the 2nd time.Today Kg-grade 7 Getting their final exam.we thank you again all of stakeholders .

We have already started the final exam as follows .
19/06/2023

We have already started the final exam as follows .

Barattooni Keenya modeela akkadaami keenya bifa tasgabii qabun qorama jiru.ተማሪዎቻችን የአካዳሚውን ሞዴል በተረጋጋ ሁኔታ በመፈተን ላይ ይገኛሉ።
14/06/2023

Barattooni Keenya modeela akkadaami keenya bifa tasgabii qabun qorama jiru.
ተማሪዎቻችን የአካዳሚውን ሞዴል በተረጋጋ ሁኔታ በመፈተን ላይ ይገኛሉ።

Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf.Dhimmi isa qormaata modeela ilaalata.Barattooni keenyaa akkuma armaan dura isiniin hima ...
12/06/2023

Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf.
Dhimmi isa qormaata modeela ilaalata.
Barattooni keenyaa akkuma armaan dura isiniin hima ture.
Qormaataaf yeroo dhuftan yeroo keessan egdanii argamun
Waan isin barbaachisu qabatani argamu,qormata haala salpha ta'een deebisa jette ofhimu,qalbii guutun argamu,qormataaf yeroo teetu qormaani siqoruuf oso hin taane qormaaticha naan hojjadha nan deebisa jedhii ofamansiisi qormaata booda kan darbe hin yaadiin kan borii irra xiiyeefadhu .qormaata kan beekumsa gosa barnoota jallatu
humna guutu fayyadami hojjadhu.ofmadaalii akka feete hin taa'ina.
"Of beeka,nama biraas ni beeka
Namni ofbeeku sammuu isaa irratti bilisummaa qaba.namni bilisumma qabu immoo waa'ee isaa sirriitti beeka."
Rabbirra Dannyee.
ለ12 ኛ ክፊል ተማሪዎች በሙሉ።
ጉዳዮ የሞዴል ፈተና ይመለከታል።
ተማሪዎቻችን ከዚህ ቀደም እንደገለፅኩላችሁ።ለፈተና በሚትመጡበት ጊዜ ከፈተና ሠዓት ቀድሞ መገኘት፣የሚያስፈልጋችሁን ነገሮች ይዛችሁ መገኘት ፣በሙሉ ስነ ልቦና መገኘት፣ለፈተና ስትቀመጥ ፈተናው እንድፈትንህ ሳይሆን ፈተናውን እሰራለሁ እመልሳለሁ እራስህን አሳምንህ ተገኝ።ከፈተና ቡኋላ ስላለፈው አታስብ ስለነገው ትኩረት ስጥ።በዚህ ፈተና በምትወደው እውቀቱ ባለህ የትምህርት ዓይነት ላይ ሙሉ ዓቅምህን ተጠቀምህ ሥሩ።እንደፈለጋችሁ አትሥሩ እራሳችሁን ገምግሙ።
"እራሳችሁን እወቁ ፣ሌላ ሰዉም እወቃለሁ።
እራሱን የሚያቅ ሰው የጭንቅላት ነፃነት አለው።ነፃነት ያለው ሰው ደግሞ ስለራሱ በደንብ ያዉቃል።"
ራብራ ዳኜ

09/06/2023

"Gadaaso"club One Of the ceremony from GADAA System .

Send a message to learn more

Grade 8 model exams have already started .
07/06/2023

Grade 8 model exams have already started .

Here leadstar academy charity club.really you did great !!!you Fed them,you make them to wear this is a really wondarful...
03/06/2023

Here leadstar academy charity club.really you did great !!!you Fed them,you make them to wear this is a really wondarful job .

Address

Shashemenne, Awasho 01
Shashemene
251

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:00
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 12:00

Telephone

+251912189690

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leadstar Academy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Leadstar Academy:

Shortcuts

Share

Category