مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم Markazunnaim

مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم Markazunnaim Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم Markazunnaim, School, Shashemene.

05/03/2026
02/12/2025

Guyyaa 23/03/2018



Wiirtuun hifzii Qur’aanaa Anna’iim (Markazunna’iim) iddoo hojii banaa qaburratti hojjattoota ogummaa, fi muxannoo gahaa qabanii fi fedhii hojii qaban dorgomsiisee qacaruu barbaada.

Markazni hifzii Qur'aanaa Markazunna'iim iddoo hojii banaa qaburratti hojjattoota nama sadi (3) gita hojii barsiisummaa irratti qacaruu kan barbaadu yommuu ta'u, namoonni ulaagaa seensaa guutuu dandeettan daftanii galmooftanii akka dorgomtan kabajaadhaan isin beeksifna.



1.Barsiisota Afaan Arabaa barsiisan nama lama (2).


Barumsa kitaabaa matnii afranii fi sanii ol kan qara'e.

Madrasaa kan xumuree shahaadaa saanawii fi sanii ol kan qabu.

Muuxannoo hojii waggaa 4 fi sanii ol kan qabu.

: Sanbataa hanga Roobii

: sa'aatii 7:30 _ 10:30
: walii galteedhaani.

2.Barsiisaa Qur'aanaa nama tokko (1).

: Qur'aana kan tolchee tajwiidaan haffazee shahaadaa hifzii qabu ta'uu qaba

Muuxannoo hojii: yoo xiqqaate waggaa lamaa(2) fi sanii ol Qur'aana kan qaraasise ta'uu qaba

: Waaree booda sa'aatii 10:00_12:00

Namoonni ulaagaalee armaan olii kana guuttanii fi fedhii hojii qabdan hatattamaan galmooftanii akka dorgomtan cimsinee isin beeksifna.

Iddoon galmee: Mooraa Markazunna'iim keessa.

Odeeffannoo dabalataatiif lakkiifsita bilbilaa:
+251911995018
+251908489999
+251703995018
Irratti nuu bilbila.

: Namoonni dhimmi kun isin hin ilaallannellee godhaa namoota biraan nuu gayaa

Markazunna'iim Sadaasa 23/ 2018 Shaashamannee.

 Hawaasa Muslimaa magaalaa Shaashamannee fi naannawa isheetti argamtan hundaaf! Markazni Hifzii Qur'aanaa Markazunna'iim...
04/04/2025


Hawaasa Muslimaa magaalaa Shaashamannee fi naannawa isheetti argamtan hundaaf! Markazni Hifzii Qur'aanaa Markazunna'iim Kan Magaalaa Shaashamannee kutaa Magaalaa Allachee Aanaa Awaashootti argamu Hawaasa Muslimaa Kan Ahla (maatii) Qur'aana Rabbii ta'uu barbaadan hundaan koottaa ilmaan keessan nu biratti barsiifadhaa jedha.

Giddu-galli hifzii Qur'aanaa kun waggoota muraasa dura magaalaa kana keessatti hundaa'uun yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama guddaa argamsiisuun hawaasa Muslimaatiif bu'aa guddaa Kan buusee fi markazoota hedduufis fakkeenya ta'uun hawaasa muslimaa Kan tajaajilaa jiru yommuu ta'u, bara Kanas bifa adda ta'een barumsa Qur'aanaa eegaluuf galmee jalqabee Jira.

Kanaafuu hawaasni Muslimaa maammiltoonni keenna Kan idileetii fi Maatiin bifa haarawaan ijoollee teessan asitti galmeeffachuu barbaaddanis hulaan galmee isiniif banamee Jira waan ta'eef osoo iddoon isin jalaa hin guutin koottaa ijoollee teessan galmeeffadhaa isiniin jenna.

Guyyaan galmee: 27/07/2017 irraa hanga 05/08/2017 qofa waan ta'eef osoo isin jalaa hin guutin dafaa galmaayaa.

Odeeffannoo dabalataatiif,
Lakki. 09 11 99 50 18
09 08 48 99 99
07 03 99 50 18 (safaricom)
Irratti nuu bilbilaa

: Maatiin ijoollee teessan bifa adda ta'een qaraasifachuu barbaaddan guyyoota galmee kana keessatti qaamaan markaza dhufuun nu dubbisuu dandeettu.

Kana males: yeroo muraasa booda Sagantaa dargaggootaa,ga'eessotaa fi dubartootaas haala mijeessinee galmee waan eegalluuf nu hordofaa isiniin jechaa, ammas irra deebi'uun koottaa gara daandii milkii isiniin Jenna.

waliif gochuudhaan akka namoota heddu bira gahu nu gargaaraa

19/03/2025

Barataa Markazunna'iim Marsaa 4ffaa Gammachuu Huseen

04/03/2025

Barataa Markazunna'iim Ridwaan M/Amiin

26/02/2025

Barataa Markazunna'iim

Yaalii Tilaawaa

26/01/2025

تلاوة القرآن الكريم من مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم بصوت الطالب خالد عبد الرحمٰن بُرقا

21/01/2025

Markazunna'iim Shaashamannee
Peejiin Markazaa Kun Akka guddatee fayyadamtoonnis heddummaataniif jecha godhaa nama hunda biraan gahaa.

18/01/2025

تلاوة القرآن الكريم من مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم

12/01/2025

تلاوة القرآن الكريم من مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم بصوت الطالب ، .

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم Markazunnaim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to مركز النعيم لتحفيظ القرآن الكريم Markazunnaim:

Shortcuts

Share

Category