28/11/2024
Magaalomsuu:
Ergama Maraammartoo Seenaa Kufaatii Cabsuu
1. Imala Seenaafi Barnoota Irraa Fudhatamu
2. Sumsummaan Sadan Lafa Magaalomsuu
โ๏ธLafa magaalomsuun milkaaโina dhimmoota sadii irratti hirkata.
2.1. Tokko: Naannawa Ijaarsi Irra Qubate (Built Environment)
2.2. Lama: Karoorafi Bulchiinsa Ittifayyadama Lafaa
2.3. Sadi: Hariiroo Walsimoo Namaafi Naannawaa Isaa
3. Qormaatilee Tarsiimaโaa Harโa Jiran
3.1. Hanqina Buโuuraalee misoomaa
3.2. Rakkoo Mana Jireenyaa
3.3. Dhabamsiisa Balfaa
4. Daandii Furmaataa
Imalli Magaalomsuu Haaraa Oromiyaa, hudhaalee kanniin mala kalaqaawafi hammatoo hojiirra oolchun ariitiin furuu kaayyeffate.
4.1. Buโuuraalee Misoomaa Babaldhisuu
4.2. Sagantaa Ijaarsa Mana Jireenyaa Gatii Madaalawaa
4.3. Riifoormii Toโannoo Balfaa
4.4. Cehumsa Dijiitaalaa Dhugoomsuu
4.5. Karoorafi Ittifayyadama Lafaa Ammayyeessuu
4.6. Walsima Namaafi Naannawaa
5. Waamicha Gochaa
โ๏ธWalumagalatti
Magaalomsuun magaalota ijaarudhaa oli; lafa namoonni itti misoomuu, dinagdeen itti dagaagu, umamni itti kabajamuu dandaโan umudha.
Adeemsa seenaa lafa magaalomsuu dursa lafaa kenneen hinmilkoofne.
Lafa magaalomsuun invastimantii guddaa buโuuraalee misoomaa, ittifayyadama lafaa buโa qabeessafi hariiroo naannawa madaallii eege qabaachuu gaafata.
Kufaatii darbe irraa barachuunโ namaaf carraa guddinaa umuu, buโuuraalee barbaachisoo guutuu, jireenyaf haala mijataa dhugoomsuu, walgitiinsafi hammattummaa mirkaneessuu, akkasumas michummaa naannawaa ittifufsiisuuโ irratti imala jijjiiramaa fakkeenyummaa qabu mirkaneessuu dandeenya.
Obbo Shimallis Abdiisaa
ใviralfbreelsfypใทใviral