26/07/2025
Maali dinuumaafi kijiibni hangana gayuu Mootummaf amaanta maaltu walitti fidee? Dr Taashoomeenis kana hin godhuu. Al-seerumman jirannan Seeran qabsisuun Isa dirqaama. Amaanta kan rabbitti waan ta'eef inni ballessuu hin danda'u hin kijiibina.
Amantaa islaamaaf fakkaatti isii dhabamsiisuun abjuu isaanii kan tahe Dr Tashoomaa Addunyaa har'as magaalaa shaggar keessaa Masjiida fi Madrasaa diigaa oolaniiru!!
Biyya tanatti namoonni akka Dr Tashoomaa sabaaf saba walitti buusuu bira dabree sochiin amantaa amantaan walitti buusuuf godhan nama ajaa'iba!!