A G O Posts

A G O Posts “Nuyi Kristositti amanuudhaan karaa isaa amanannee dhi'aachuudhaaf ija jabina qabna.”— Efe. 3:12

12/02/2026

Arsenal

27/12/2025

ADEMA
05/12/2025

ADEMA

  Arsenal
27/11/2025

Arsenal

21/11/2025

✍️ Successful people move on their own imitative, but they know where they are going before they start.
ADEMA

Ani ogeessa fayyaati!!   buufata fayyaa tokko keessattin hojjedha!! Mindaan koo qulqulluun ji'aa birrii 6650!! Guyyaatti...
14/04/2025

Ani ogeessa fayyaati!! buufata fayyaa tokko keessattin hojjedha!! Mindaan koo qulqulluun ji'aa birrii 6650!! Guyyaatti dhukkubsattoota 20-25 nan yaala!! Fakkeenyaaf har'a dhukkubsattoota 24 yaaleera. Dhukkubsattoonni kun kaardii ani ittiin yaale qofatti tokkoon tokkoon isaanii birrii 40 kaffalu. Dhukkubsattoonni kunneen dhaabbata fayyaatti kaardii qofaf birrii 24×40= 960 kaffalan!! Mindaan qulqulluun guyyaatti naaf tilmaamamu naannoo birrii 6650/30 220 ta'a. Kana jechuun waan dhukkubsattoonni kaardii qofaaf kaffalan keessaa 1/5ffaa ykn %20 qofa jechuudha. Dhukkubsataa 1f birrii kudhanii gadi naaf kaffalama. Sunis waan Listroon kophee tokko qulqulleessuun argatu dachaa hedduu gadi!! Keessummeessituunu buna lamaaf tippii isheen argattu gadi argadha!! Kun akkamitti garbummaa irraa adda, jettu?!!? Ogeessota eegumsa fayyaa irratti waan ta'aa jiru kana Rabbumti haa argu!

21/03/2025

19/03/2025
ላላገቡ . . . ልጅ፡- “እማዬ፣ ሃብታም ሰው ባገባ ይሻላል ወይስ ቆንጆ ሰው ባገባ ይሻላል?”እናት፡- “ልጄ፣ እውነተኛ ሰው አግቢ”!
30/03/2024

ላላገቡ . . .

ልጅ፡- “እማዬ፣ ሃብታም ሰው ባገባ ይሻላል ወይስ ቆንጆ ሰው ባገባ ይሻላል?”

እናት፡- “ልጄ፣ እውነተኛ ሰው አግቢ”!

hiiii💔💔💔💔💔
29/02/2024

hiiii💔💔💔💔💔

01/02/2024

Address

Shashemene
23@@23

Telephone

0918757098

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when A G O Posts posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to A G O Posts:

Shortcuts

Share

Category