Jima Rare TVET College

Jima Rare TVET College Jima Rare TVET college is located in Oromia Region Horo Guduru Walega Zone.

Baga Jala Bultii Eebba Leenjifamtoota Kolleejjii BLTO Jimmaa Raareen Isin Gahe! Baga Geessan! Congratulations! Kolleejji...
20/06/2025

Baga Jala Bultii Eebba Leenjifamtoota Kolleejjii BLTO Jimmaa Raareen Isin
Gahe! Baga Geessan!
Congratulations! Kolleejjiin BLTO Jimmaa Raaree Leenjifamtoota Ogummaa gara garaan Waggota Lamaaf Simatee Leenjisaa Ture Woxabajjii 14, 2017 A.L.I tti Eebbisuuf Qophii Xumuree Jira.
Congratulations again!!

Jima Rare TVET College, The College Of Scholars!

እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሰችው፤በዓሉ የሰላም እና የደስታ እንዲሆንላችው እንመኛሌን።Happy ChristmasBaga Guyyaa Dhaloota Gooftaa Yesuu...
06/01/2025

እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሰችው፤በዓሉ የሰላም እና የደስታ እንዲሆንላችው እንመኛሌን።
Happy Christmas
Baga Guyyaa Dhaloota Gooftaa Yesuus Kiristoosiin Nagaan Geessan! Ayyaana Gaarii!

@ GaddaaBarsiisaa kolleejjii keenyaa kan turan Barsiisaa Yirgaalam Asaffaa boqachuu isaaniitiif kolleejjiin keenya Barsi...
07/12/2023

@ Gaddaa
Barsiisaa kolleejjii keenyaa kan turan Barsiisaa Yirgaalam Asaffaa boqachuu isaaniitiif kolleejjiin keenya Barsiisaa Cimaa fi Hawaasa Biratti Jaalatamaa Akkasii Dhabuu isaatti gadda guddaa itti dhagahame ibsaa, maatii fi firoottan akkasumas hawaasa kolleejjii keenyaatiif jajjabinna hawwina.

Mindset & Entrepreneurship Training At Jima Rare TVET College On 03-1- 2016 E.C
14/09/2023

Mindset & Entrepreneurship Training At Jima Rare TVET College On 03-1- 2016 E.C

Duula Galii Keessoo Maddisiisuu Leenjistoota KBLTO Jimmaa Raaree Fi Oomisha Meeshaalee Manaa
02/02/2023

Duula Galii Keessoo Maddisiisuu Leenjistoota KBLTO Jimmaa Raaree Fi Oomisha Meeshaalee Manaa

Kolleejjii BLTO Jimmaa Raareetti Oomisha Dammaafi Qophii Gaagura Ammayyaa
02/02/2023

Kolleejjii BLTO Jimmaa Raareetti Oomisha Dammaafi Qophii Gaagura Ammayyaa

Amajjii 19-05-2015 Leenjii Entrepreneurship Sadarkaa kolleejjii BLTO Jimmaa Raareetti Waajjira  Carraa Hojii Uumuu Fi Ba...
02/02/2023

Amajjii 19-05-2015 Leenjii Entrepreneurship Sadarkaa kolleejjii BLTO Jimmaa Raareetti Waajjira Carraa Hojii Uumuu Fi Baankii Siinqee Damee Jimmaa Raaree Wajjiin

Share to your friends and to it concern
06/09/2021

Share to your friends and to it concern

Current Job Openings[ Today] ጳጉሜ 1/2013 ዓ.ም. የወጣ የስራ ማስታወቂያ at Cooperative Bank of Oromia [ for fresh Graduate]

🌈Position:- Graduate Trainee

✅ Experience: 0 year

✅Educational Qualification: BA Degree in Cooperatives, Accounting, Agricultural Economics, International Trade and Investment Management, Agri-Business and Value chain Management, Agro-Business Management, Economics, Management, Business Administration, Business Management, Banking and Finance, Banking and Insurance, Public Administration and Development Management, Accounting and Auditing, Accounting and Finance, or any other related field

📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇
👉 Apply Online: https://bit.ly/3yQb735

------//-----------

ዛሬ የወጡ የስራ ማስታወቂያዎች ከ አዲስ ዘመን ጋዜጣ ሁሉም በአንድ ቦታ በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇👉 https://harmeejobs.com/job-category/job-list-from-addis-zemen-jobs/

🌈Telegram:- https://t.me/BeeksisaaHojii

✍️Facebook:- www.facebook.com/HarmeeJobs

🔰Please Don't forget to share/ወዳጅ ዘመድዎ እንዲደርሰው ሼር ያድርጉ

Green TVET program  at Jima Rare TVET college on july 02,2021
02/07/2021

Green TVET program at Jima Rare TVET college on july 02,2021

Sagantaa dhaabbii biqiltuuf boolla qopheessuufi isa dhaabame kunuunsuu leenjisttotaa fi hojjattoota kolleejjii keenyaa.
11/06/2021

Sagantaa dhaabbii biqiltuuf boolla qopheessuufi isa dhaabame kunuunsuu leenjisttotaa fi hojjattoota kolleejjii keenyaa.

09/06/2021

hojjattootniifi leenjistootni Kolleejjii Keenyaa Guyyaa Jimaataa Jechuun 04/10/2013 dhaabbii Biqiltuuf eddoon waan qophaa'uuf hundi keenya meeshaa barbaachisu qabannee akka argamnu dhaamsa kolleejjichaati.

Address

Shambu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jima Rare TVET College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category