Shambu secondary school 90'sbatch

Shambu secondary school 90'sbatch Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shambu secondary school 90'sbatch, School, East Wollega, Shambu.

ከዚህ ስር የሚታየው ጩምቦ ይባላል በምስራቅ ወለጋ የሆሮ ጉዱሩ ህዝብ ለበአላት በተለይ ላሚያከብራቸው ለታላላቆች የሚያቀርበው ለእንግዳ ክብር የሚሰራ ነው።ምግቡ ከአፍለኛ ቀይጤፍ በድፎ ዳቦ መ...
31/07/2024

ከዚህ ስር የሚታየው ጩምቦ ይባላል በምስራቅ ወለጋ የሆሮ ጉዱሩ ህዝብ ለበአላት በተለይ ላሚያከብራቸው ለታላላቆች የሚያቀርበው ለእንግዳ ክብር የሚሰራ ነው።

ምግቡ ከአፍለኛ ቀይጤፍ በድፎ ዳቦ መጠንና ቅርፅ የሚሰራ ሲሆን በደንብ የተቀመመ አይብ ይደፋበትና በባለ 6 መሽኛ ማሰሮ ጣፍጦ የተቀመመና የነጠረ። ቅቤ ዙሪያውን ይንጯረርበታል።

ቅቤው በራሱ በማሰሮ ሲዘጋጅ ጮሮርሳ የሚባል ሲሆን በመሶብ ቀርቦ ዙሪያውን ከ10 እስከ 20 ሰው አጥግቦ ቅቤው በእጅ አይበሉባ እስከ ክናድ ፈስሶ ተጠግቦ ተበልቶ ማወራረጃው ንፁህ የማር ጠጅ ወይም ቤት ያፈራው ጠላ ሊሆን ይችላል ከተበላ በሁላ ሰላም ነው ።

ይህንን ምግብ በቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልል ከሚኖሩ እና ሺናሻ ከሚባሉ ብሄረሰቦች ጋር በስም አንድ የሆነ በአሰራሩ መጠነኛ ልዩነት ያለው ካውም የሽናሻዎቹ ዳቤው በውስጡ ዶሮ ወጥ ና የዶሮው ስጋ ታጭቆ እንደሚሰራና ለሰርግ እንደሚቀርብ አንድ ቆየት ያልል የሺናሻ ባህል ዶክሜንተሪ ላይ ማየቴን አስታውሳለሁ።
ማንም ለትምህርትም ይሁን ለስራ።በግሩፕ ወደ ምስራቅ ወለጋ የምትሄዱ ሰዎች በትእዛዝ ጩንቦ ስሩልን ብትሉ የማይረሳ ትዝታ ይዛችሁ ትመለሳላችሁ። via muktarovich ousmanova

01/12/2023
24/11/2023

Maal dhageessan maal argitan?

13/10/2023

2177 likes, 83 comments. Check out mitiku Emana❤💚❤'s video.

Maatiin sss 90s jirtuu?Mee bataskaan kana kan yaadattan, yaadannoo qabdan  waa caqasaa.የ90s ቤተሰቦች አላችሁ?እስቲ ይህን ቤ/ክ የሚያስታ...
27/05/2023

Maatiin sss 90s jirtuu?
Mee bataskaan kana kan yaadattan, yaadannoo qabdan waa caqasaa.
የ90s ቤተሰቦች አላችሁ?
እስቲ ይህን ቤ/ክ የሚያስታውስ፣ ትውስታ ካላችሁ የሆነ ነገር በሉ

25/04/2023

Zarihuun Wadaajoo 😢 😭

  ajaibaa👉😲G/Ho/wallaggaaCaamsaa 17,1998 kan hundeeffamte godina taatee hundoofte. Magaalli guddoo teessoo godinichaa  S...
19/04/2023

ajaibaa👉😲
G/Ho/wallaggaa

Caamsaa 17,1998 kan hundeeffamte godina taatee hundoofte. Magaalli guddoo teessoo godinichaa Shaamboo jedhamti. Godinni kun aanaalee 12 kan of keessa qabdu yommoo ta'u maqaan aanaa fi magaalaa guddoo isaanii wal duraa duubaan;

1.Amuruu -Oborraa
2.Abbaay-cooman-Fincaa'aa
3.Abee dongorroo -Tulluu waayyuu
4.Horroo-Shaambu
5.Horroo bulluq- Saqalaa
6.Jimmaa gannat-Haratoo
7.Jimmaa raaree -Waayyuu
8.Guduruu-Kombosha
9.Habaaboo guduruu-Daduu
10.Cooman guduruu -Gabatee ayyaalee
11.Jardagaa jaartee -Aliboo
12.Bulchiinsaa magaalaa Shaambuu jedhamuun beekamu.
Godinni kun seenaa keessatti kan beekkaman Gootawwan kan akka Abishee Garbaa,
Dabaloo Gannaa,
Filee Mandaraa fi kkf itti dhalatanidha. Bakka ardaa jiilaa Oromoota jaawwii macaa salgan sirna gadaa isaanii gaggeessan Odaa Bulluq keessatti argama.

Nyaataa aadaa Cumboo fi Cororsaa, Buna Lagee, Caccabsaa, Qorii fi kkf iittiin beekkama. Sana qofaa miti Bosona guddaa Caatoo, Haroowwan madda humnaa Ibsaa kan ta'an kan akka Fincaa'aa, Amartii Nashee, Laggeen akka Angar, Garchii, Assatii, kan of keessaa yaa'u,
Garreen akka Waayyuu, Tulluu Guddanee, Jaarraa, Kalallaa, Tulluu okkotee kan samiitti ol bahan kan qabdudha.

Bakka seenaa qabeeyyii dirree waraanaa kan akka Imbaaboo (1882), kokor(1876) kan qabdi. Kana taatee warshaa tokkittii
Warshaa sukkaaraa Fincaa'aa ni qabdi... Galatoma🙏🙏🙏
Via ijoollee oromoo koo

Address

East Wollega
Shambu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shambu secondary school 90'sbatch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category