Obsa muca harargee

Obsa muca harargee Addis Ababa Ethiopia

03/05/2026
Atileetiin Oromoo lammii Netherland qabdu Siifan Hassan fiigicha meetirii 5000m 1ffaa bahuun gara marsaa xumuraatti dabr...
28/08/2023

Atileetiin Oromoo lammii Netherland qabdu Siifan Hassan fiigicha meetirii 5000m 1ffaa bahuun gara marsaa xumuraatti dabritee jirti! Siifan teenya atuu warqeedha. Baga warqee badhaafamtee jirti!💪
Siifan Hassan Congratulations! 🎊 💔👏

22/08/2023

isinii afeeruuf!

Sagalee Waamicha Ustaaz Raayyaa 14ffaa kan Nama isinii bilbilu afeertan keessaa dabalataan kan isiniif qophaawe
➰➰➰➰➰https://t.me/JaMaalIb
👑⭐ 700697 -- Baguma arran tahin ergamuun isaanii
👑 ⭐700698 — 🌟Gootummaa irraa dhaalan Sahaabonni isaanii
👑⭐700699 — 🌟Maalitti sabarraa maalirraa sabarra
👑⭐700700 — 🌟Namni haqqiif deemu
👑⭐ 700701 — 🌟Saahiba Rassuulaati hundi sahaabotaa
👑⭐ 700702 — 🌟Takkaa mirgi tolaan dhufee hindabarfanne
👑⭐700703 — 🌟Yaa haadhaa yaa Abbaa
👑⭐700704 — 🌟Yaa Umrittii kenna meeqatu hafte laat
👑 ⭐700705 — 🌟Yaachiftuudha garuu haalli amma itt jirruu
➰➰➰➰➰➰

Tartiiba
1️⃣Dursa A gara 822 ergaa
2️⃣Ergasii koodii kana keessaa tokko filadhaa gara 822 ergaa.

22/08/2023
21/08/2023

Sagantaa eebba kitaaba seenaa Abdii Qophee kaleessa gaggeeffame milkeessuuf dureeysi keenya 'ispoonsara' sadarkaa tokkoffaa tahuun milkaa’ina sagantaaf gahee guddaa waan gumaacheef galata Oromummaatu isaan mala. Galatoomi adeeroo, ammallee dachaan tan qabdu irratti siif haa dabalu. Dureeysa dhugaa jechuun sihi. Eeyba itti roobsaa.

Our rich man deserves to be thanked for his contribution to the success of the event by being the first level 'sponsor' of the Abdii Qophee history book held yesterday. Thank you!

20/08/2023
20/08/2023

Kitaabi seenaa Abdii Mohammad (Qophee) irratti barraa'e Finfinneetti eebbifame.

Sirna eebba kitaabaa Hoteela Ilillii Intarnaashinalitti gaggeeffame kanarratti artistii dubartii gameettii dhiheenya kana dhukkubsataa ture Halloo Daawwee dabalatee artistoonni fi namoonni bebbeekamoon argamaniiru.

Artist Qamar Yuusuuf gumaacha Artist Abdii Qophee aartii Oromoo keessatti taasisee darbe waltajjiirratti ba'uun dubbateera, isattis akka hamilee h**e ibse.

Kitaabi waa'ee seenaa Abdii Qophee kun namni kun Odaa Aartii Oromoo ta'uu ibsa.

Ofii Abdii Qophee eenyu? Afaan Oromoof maal gumaache?

Seenaa Abdii Qophee akkanaan qindeessineerra👉 https://bbc.in/3E4RTvA

Suuraa- Meseret Daba Kene/FB

20/08/2023

Derartu Tulu, president of the Ethiopian Athletics Federation, made our athlets to surprise us with more and more victories on World Athletics Championships Budapest 23 . Thank you!

Address

Sendafa
OBSAMAN

Telephone

+251914944313

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa muca harargee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Obsa muca harargee:

Shortcuts

Share