Waajjira Barnootaa Aanaa Jillee Dhummuugaa/ ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ት ጽ/ቤት

  • Home
  • Ethiopia
  • Senbete
  • Waajjira Barnootaa Aanaa Jillee Dhummuugaa/ ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ት ጽ/ቤት

Waajjira Barnootaa Aanaa Jillee Dhummuugaa/ ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ት ጽ/ቤት To post all activities of this sector in jille woreda

Waajjirri Barnootaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Qorannoo Rawwii Hojiilee Barnootaa Darbaniifi Qophii Galmee Barattootaa Bar...
22/08/2026

Waajjirri Barnootaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Qorannoo Rawwii Hojiilee Barnootaa Darbaniifi Qophii Galmee Barattootaa Bara 2019 irratti qooda fudhattoota waliin adeemsisaa jira.

Sagantichaas bakka I/G/ Waajjira Barnootaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Birhaanuu Jabeessaa dursanitti Manajimetootaa fi Suppervaayizaroota manneen barnootaa waliin kan adeemsifamaa jiru.

Sagantichaanis raawwii hojiilee barnootaa waliigaaa bara yeroo darbaniifi qophii galmee fi hojiilee barnootaa waliigalaa irratti marii waloo taasifamaa jira.

ማስታወቂያ ለፌዴራል ልዩ አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች የተማሪዎች ተቀብሎ ለማስተማር  የምዝገባ ማስታወቂያ ማውጣታችን ይታወሳል። ሆኖም አንዳንድ ክልሎች ዘግይተው የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ...
21/08/2026

ማስታወቂያ
ለፌዴራል ልዩ አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች የተማሪዎች ተቀብሎ ለማስተማር የምዝገባ ማስታወቂያ ማውጣታችን ይታወሳል። ሆኖም አንዳንድ ክልሎች ዘግይተው የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ውጤት በመልቀቃቸውና በኢንተርኔት ምክንያት ያልተመዘገቡ ተማሪዎች በመኖራቸው ምዝገባው እስከ ነሃሴ 20/2018 ደረስ የተራዘመ መሆኑን እንገልጻለን።
የመመዝገቢያ መስፈርቶች
✍️ ለ9ኛ ክፍል ተመዝጋቢዎች
👉 የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና 80 በመቶ እና በላይ አማካኝ ውጤት ያለው/ያላት እንዲሁም በእንግሊዝኛና በሂሳብ ትምህርቶች 80 እና በላይ ያመጣ/ያመጣች ።
👉 ጥሩ ስነ -ምግባር ያለው/ያላት
✍️ ለ10ኛ ክፍል ተመዝጋቢዎች
👉 በ2017 የትምህርት ዘመን በ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና 70 እና በላይ አማካኝ ውጤት ያመጣ/ያመጣች
👉 በ9ኛ ክፍል ትራንስክሪብት 85 በመቶና በላይ አማካኝ ውጤት ያመጣ/ያመጣች እንዲሁም በእንግሊዝኛ እና ሂሳብ ትምህርት ዓይነቶች 80 በመቶና በላይ ያመጣ/ያመጣች፤

መሆኑን በድጋሚ እያስታወስን በዚህ ሊንክ https://sbs.moe.gov.et/apply በመግባት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን።
MOE

Gochi Gaarummaa Cimee Itti Fufee Jira. "𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa ...
21/08/2026

Gochi Gaarummaa Cimee Itti Fufee Jira.

"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuu Akkuma Itti Fufeen jira.

"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Sosochii Hojjetamaa jiruun Waajirri Lafaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Dabtara Darzana 10, Qalama Paakkeetti 6 Bituun Waajjira Barnootaaf Gumaachanii jiru.

Sagantaa Wal-harkaa fudhiinsa kana irratti Itti Gaafatamaan Waajjirichaa Obbo Adam Mahammad fi I/G/ Waajjira Barnootaa Obbo Birhaanuu Jabeessaa waliin Walharkaa Fudhiinsa Taasisanii jiru.

☑️ 𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗗𝗵𝗮𝗹𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳!

Galatoomaa!"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuu Akkuma Itti Fu...
21/08/2026

Galatoomaa!
"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuu Akkuma Itti Fufeen jira.

"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Sosochii Hojjetamaa jiruun Magaalaan Guddattu Garbii Aanaa Jiillee Dhummuugaa Dabtara Darzana 10, Qalama Paakkeetti 1fi Bituun Waajjira Barnootaaf Gumaachanii jiru.

Sagantaa Wal-harkaa fudhiinsa kana irratti Hojii Gaggeessaan Magaalichaa Obbo Umar Aliyyii fi I/G/ Waajjira Barnootaa Obbo Birhaanuu Jabeessaa waliin Walharkaa Fudhiinsa Taasisanii jiru.

☑️ 𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗗𝗵𝗮𝗹𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳!

𝗚𝘂𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶 𝗖𝗶𝗺𝗲𝗲 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗳𝘂𝗳𝗲𝗲𝗿𝗮..."𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitt...
20/08/2026

𝗚𝘂𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶 𝗖𝗶𝗺𝗲𝗲 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗳𝘂𝗳𝗲𝗲𝗿𝗮...
"𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuu Akkuma Itti Fufeen jira.

"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Hojjetamaa jiruun Waajjirri Siivil-sarvisii fi Humna Namaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Dabtara Darzana 10, Qalama Paakkeetti 8 fi Bituun Waajjira Barnootaaf Guyyaa har'aa laatanii jiru.

Sagantaa Wal-harkaa fudhiinsa kana irratti I/G Waajjira Siivil-sarvisii fi Humna Namaa Aanaa Obbo Alii Mahammd fi I/G/ Waajjira Barnootaa Obbo Birhaanuu Jabeessaa waliin walharkaa fuudhiinsa taasisanii jiru.

Gumaacha taasifameefis Waajjirichi galateeffataniira. Sochii deeggarsa barataa cimee akka itti fufuu qabuus Waajjirri Barnootaa gaafateera.

☑️ 𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗗𝗵𝗮𝗹𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳!

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ፅ/ቤት የ2019 የፓይሌት ትምህርት ምዝገባ በሃደሬና ቡርቃ ጉዲና ት/ቤቶች በተሳካ ሁኔታ ተካሂዷል።እንኳን ለ2019 የት/ት ዘመን በሰላም አደረሰን!
20/08/2026

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ፅ/ቤት የ2019 የፓይሌት ትምህርት ምዝገባ በሃደሬና ቡርቃ ጉዲና ት/ቤቶች በተሳካ ሁኔታ ተካሂዷል።

እንኳን ለ2019 የት/ት ዘመን በሰላም አደረሰን!

Galatoomaa!"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuun Ammas Cimee I...
19/08/2026

Galatoomaa!
"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuun Ammas Cimee Itti Fufee jira.

"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Sosochii Hojjetamaa jiruun Waajjirri Misooma Magaalaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Dabtara Darzana 10, Qalama Paakkeetti 5fi Bituun Waajjira Barnootaaf Gumaachanii jiru.

Sagantaa Wal-harkaa fudhiinsa kana irratti Iitti Gaafatamaan Waajjira Waajjirichaa Obbo Ahmaddiin Husseen fi I/G/ Waajjira Barnootaa Obbo Birhaanuu Jabeessaa waliin Walharkaa Fudhiinsa Taasisanii jiru.

☑️ 𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗗𝗵𝗮𝗹𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳!

Galatoomaa!"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuu Akkuma Itti Fu...
19/08/2026

Galatoomaa!
"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" Yaada jedhuun Deeggarsii Meeshaa Barnootaa Walitti Qabuu Akkuma Itti Fufeen jira.

"𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗹𝗸𝗮'𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗳!" "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟!" Yaada jedhuun Sosochii Hojjetamaa jiruun Waajjirri Misooma Qonnaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Dabtara Darzana 30, Qalama Paakkeetti 6 fi Bituun Waajjira Barnootaaf Kennanii jiru.

Sagantaa Wal-harkaa fudhiinsa kana irratti Iitti Gaafatamaan Waajjira Waajjirichaa Obbo Abduu Mahammad fi I/G/ Waajjira Barnootaa Obbo Birhaanuu Jabeessaa waliin Walharkaa Fudhiinsa Taasisanii jiru.

☑️ 𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗗𝗵𝗮𝗹𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳!

18/08/2026

Address

Addis Abeba_Desie
Senbete

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Barnootaa Aanaa Jillee Dhummuugaa/ ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ት ጽ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Waajjira Barnootaa Aanaa Jillee Dhummuugaa/ ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ት/ት ጽ/ቤት:

Shortcuts

Share

Category