sebeta special net

sebeta special net this page more focusing on inclusive education and how to teaching....

10/04/2023

What Causes Giftedness?
Sababoota kennaa addaa(KA) fi Dandeettii olaanaa(DO)

Experience & Social Factors (Haala naannoo) fi

Biological Factors ( Dhaal -sanyii)
How do we teach these students in a “regular” classroom?
Manneen barnootaa Idilee keessatti barattoota KA fi DO qaban akkamiin barsiisnaa

Acceleration (Saffisiisuu)
Enrichment ( barnooticha gabbisuun)
Pull-out program( yeroo muraasaaf addattii baasuun barsiisuu)
Modify the process/method( adeemsaa / malleen foyyeesuu fi kkf

10/04/2023

Milkaa’ina barnootaatiif
Daa’imman/ barattootni barnoota isaaniitiin akkamiin milkaa’uu danda’u?

Milkaa’ina barnootaatiif Wantoota hubatamu qaban keessaa:
fedhii fi danddeetti daa’immani adda baasuun
murteessaadha.
Barsiisota gahumsa qabaniin gargaaramuu,
Ogeessota ogummaa adda addaa qaban fkn Barsiisaa barnoota
fedhii addaa waliin walfaana hojjechuu,
Haala naannoo( mana barumsaa ) mijeessuu fi kkf

Address

Sebeta

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when sebeta special net posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to sebeta special net:

Shortcuts

Share