Robe Salafiya School - Madrasah Salafiyyaa Roobee

Robe Salafiya School - Madrasah Salafiyyaa Roobee Our Madrasah years run alongside the School year. Madrasah Salafiyyah for the Islamic Studies.

21/02/2024

كتاب روضة الأنوار فآسيرة ألنبي المختار صل الله عليه وسلم الحلقة الخامسة

18/02/2024

كتاب روضة الأنوار فى سيرة النبي المختار صل الله عليه وسلم

18/02/2024

كتاب روضة الأنوار في سيرة النبي المختار صل الله عليه وسلم الحلقة الثالثة

11/02/2024

كتاب روضة الأنوار فى سيرة النبي المختار صل الله عليه وسلم 02

11/02/2024

كتاب روضة الأنوار فى سيرة النبي المختار صل الله عليه وسلم

Alhamdu lillah gumiin dhimma Islaamaa Federaala Itoophiyaa guyyaa har’aa filannoo waggoota 3 dhufuuf muslimoota hoogganu...
18/07/2022

Alhamdu lillah gumiin dhimma Islaamaa Federaala Itoophiyaa guyyaa har’aa filannoo waggoota 3 dhufuuf muslimoota hoogganu filateera
1 shek Hajjii Ibraahim tuufa dura’aa
2 shek abdulkariim badraddiin itti aanaa
3 itti Aanaa 2ffaa shek AbdulAziiz
4 shek hamiid muusaa Barreessaa tahuudhaan filannoon cumurameera
Qaamni mootummaa, dhimmi nageenyaa warri waan kana mirkaneessuuf ta’aabdan ummatuma ta’aabamuu qabuuf ta’aabdani hundi keessanuu galatooma ulfaadha!!!
𝒀𝒂𝒂 filamtootaa
Amaanaa hagana ulfaatu isinitti kennaamee jira yoo dubbiin isiniif galte kidmaa ummata Islaamaatiif jecha hirribni isin hin qabin haqaan hojjannaan wallaahi Rabbiin Humna isiniif ta’a
Amaanaa Amaanaa. Amaana….
የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት ለቀጣይ 3 ዓመታት የሚመሩ ኃላፊዎች በዛሬው ሐምሌ 11/2014 እየተካሄደ ያለው ጉባኤ መረጠ::
ሸኽ ሀጂ ኢብራሂም ቱፋ ፕሬዝዳንት
ሸኽ አብዱልከሪም ሸኽ በድረዲን ም/ፕሬዝዳንት
ሸኽ አብዱልአዚዝ ም/ፕሬዝዳንት
ሸኽ ሀሚድ ሙሳ ፀሀፊ

23/03/2022
22/04/2020
Hayyuu Guddaa fi Barsiisaa Amantii Islaamaa akkasumas Imaama/Kaxiiba Masgiida Magaalaa Roobee Baalee kan ta’an Sheek SA'...
12/02/2020

Hayyuu Guddaa fi Barsiisaa Amantii Islaamaa akkasumas Imaama/Kaxiiba Masgiida Magaalaa Roobee Baalee kan ta’an Sheek SA'IID ABUUBAKAR Haa yaalchifnuu!

Redwan Aman SHEK SA'IID ABUBAKAR Medical Support Hayyuu Guddaa fi Barsiisaa Amantii Islaamaa akkasumas Imaama/Kaxiiba Masgiida Magaalaa Roobee Baalee kan ta’a

Address

Salafiya School Road
Robe
39

Telephone

+251226650412

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Robe Salafiya School - Madrasah Salafiyyaa Roobee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category