Tuni tami

Call Directions Contact the school

Tuni tami 💯❤️I love you my mom❤️💯
👉For everything say Alhamidullila🤲
💯🕊️🌴👆 Thank you My Allah 👆🌴🕊️💯

Yaa rabbii kiyya barii kuuni taree 🙌2018ka biraa dhufee 🤝2019Barumaa qofa mitii ♧hiyyumaa gara durumaati♧Dhibamaa gara f...
12/09/2026

Yaa rabbii kiyya
barii kuuni taree 🙌2018
ka biraa dhufee 🤝2019

Barumaa qofa mitii
♧hiyyumaa gara durumaati
♧Dhibamaa gara fayyaatti
♧Dargaggeessa gara hojiiti
♧hojii gara Dargaggeessati
yaa Rabbii gahe nuun jedhi

Osoomaa garaan naa diduu Finfinneen addan bahaa jiraa. Amma imaali kiyya   irra gara   Robe deemuf saa'aatii muraasatu n...
27/08/2026

Osoomaa garaan naa diduu Finfinneen addan bahaa jiraa.
Amma imaali kiyya irra gara Robe deemuf saa'aatii muraasatu naa hafee dhiroo.
Silaa ganzabnii jiraatee wani keessa deemani miti😢😢

Waan hundaa ofirra fageessitee hin laalinOfii gaditti ilaali atti tataafanaan wanti atti ofii gaditti hin ilaale hin jir...
27/08/2026

Waan hundaa ofirra fageessitee hin laalin
Ofii gaditti ilaali atti tataafanaan wanti atti ofii gaditti hin ilaale hin jiru!
Habibi kiyya bakka ani amma jiruu tana dhaquuf diqoomalee hin yaadin birri bichaa walirraa kahadhuu
😁😁😁😁😁😁

Osoo garaan addaan nama hin baasin karaan addaan nama baasa kani jedhan edaa dhugaadha!😢kuuno guyyan sun hardha naa muud...
23/08/2026

Osoo garaan addaan nama hin baasin karaan addaan nama baasa kani jedhan edaa dhugaadha!

😢kuuno guyyan sun hardha naa muudate🫂

Saahibni kiyya qaalin Mudasir Sani guyyaa har’aa imala isaa gara Dubai 🇦🇪 jalqabeera guyyaa hardhaa galgala keessa saa'aatii 7:00 yoo Rabbi fedhe Ethiopia 🇪🇹to Dubai 🇦🇪 kan imalu ta’a, mee Du’aa’ii naa godhaafii.

23/08/2026

🇪🇹🫂🇦🇪
bro koo karaan dugda lukku siif haa ta'u

Abboo Salphadhaa rabbiin isiin haa salphisuu Waan afrika tatee yoo ani hardhaan booda dagafee anatu rakko qaba.Bada salp...
01/07/2026

Abboo Salphadhaa rabbiin isiin haa salphisuu
Waan afrika tatee yoo ani hardhaan booda dagafee anatu rakko qaba.
Bada salphatuu

28/06/2026

🇮🇷🇮🇷🇮🇷🇮🇷
wayii Iran
😢😢😢😢

Address

Sof Umar
Robe

Telephone

+251930722854

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tuni tami posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Tuni tami:

Shortcuts

Share