Walabu secondary school

Walabu secondary school education is the power full weapon to change the world

Eid Mubarak to all Walabu secondary school Muslim teachers,admin staff. and students.
20/03/2026

Eid Mubarak to all Walabu secondary school Muslim teachers,admin staff. and students.

02/03/2026
Qophii qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 karaa online kennamuuf haal dureen mijeeffamaa jira. haal duree kana keessaa tokk...
02/03/2026

Qophii qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 karaa online kennamuuf haal dureen mijeeffamaa jira. haal duree kana keessaa tokko komputeroota ergisaan mana barumsaa ollaa fi waajjiroota irraa walitti qabamuun eegalee jira. carraa gaarii walaabuuf

23/08/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Nasru Abdella, Dinke Mitiku, Ãbdûlwãhîd Mãddã Wêlãbû, Ukkaash Yahyaa, Ahmad Kadiir, Muyee Bidire, Fiaa'ol Lachisa, Hace Oro

28/08/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Fileebar Kr, Jawar Kadir, Sabaan Huseen Siidaa

BEEKSISA BARATTOOTA MANA BARUMSA SADARKAA 2FFAA WALAABUU MARAAFBaga bara barnoota 2017'n isin gahe jechaa galmeen barnoo...
28/08/2024

BEEKSISA
BARATTOOTA MANA BARUMSA SADARKAA 2FFAA WALAABUU MARAAF
Baga bara barnoota 2017'n isin gahe jechaa galmeen barnoota waan eegalee jiruuf, hanga guyyaa 30/12/2016 qofatti qaamaan argamtanii akka galmooftan cimsinee isin hubachiifna.
M/b sad.2ffaa walaabuu

Waajjirri barnootaa Aanaa madda walaabuu beekamtii fi galateeffannaa hojii bara 2016 keessatti hojjenneef galata nuuf ke...
23/07/2024

Waajjirri barnootaa Aanaa madda walaabuu beekamtii fi galateeffannaa hojii bara 2016 keessatti hojjenneef galata nuuf kennitan guddaa galatoomaa.
Galatni isin Amma nuuf galchitan hojii bara 2016 keessa harca'an bara 2017tti galtee godhannee bara 2017 hojii gaarii akka hojjennuuf amaanaa nutti kennuu keessan asumaan hubannee caalmaan akka hojjennuuf waadaa isiniif gallee jirra.
Galatoomaa

Qormaata kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa  marsaa 2ffaa gara Yuniversitii Madda walaabuu gaafa 7/11/2016 deemaniif geggees...
13/07/2024

Qormaata kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa marsaa 2ffaa gara Yuniversitii Madda walaabuu gaafa 7/11/2016 deemaniif geggeessaan taassiffameef.
Geggeessaan kana irratti kan argaman Enginer Jamaal Hasan ** waajjira paartii irraa fi obbo Tasfaayee Danda'aa ** Itti gaafatamaa Waajjira barnootaa argamuun ergaa jajjabinaa barattoota kanaaf kennanii jiru

Barattootni gumii biyya Kee barii mana barumsa sadarkaa 2ffaa Walaabuu gaafa guyyaa 25/10/2016 barsiisota mana barumsa w...
03/07/2024

Barattootni gumii biyya Kee barii mana barumsa sadarkaa 2ffaa Walaabuu gaafa guyyaa 25/10/2016 barsiisota mana barumsa waliin ta'uun daawwannaa bakka seena qabeesaaa fi duudhaa oromoo kan ta'e bakka madda jedhamuufi galmi aadaa fi seenaa oromoo itti argamutti daawwannaa geggeessanii jiru.

Mana barumsa sad. 2ffaa Walaabuutti qormaatni moodela kutaa 12ffaa gaafa guyyaa 20/10/2016 kennamuu eegalee jira. Baratt...
27/06/2024

Mana barumsa sad. 2ffaa Walaabuutti qormaatni moodela kutaa 12ffaa gaafa guyyaa 20/10/2016 kennamuu eegalee jira.
Barattoota keenyaaf carraa gaarii hawwinaaf

Barattoota kutaa 12ffaa mana barumsa sad.2ffaa Walaabuu maraafQormaata Moodela bara 2016 gaafa 20/10/2016 eegaluuf sagan...
26/06/2024

Barattoota kutaa 12ffaa mana barumsa sad.2ffaa Walaabuu maraaf
Qormaata Moodela bara 2016 gaafa 20/10/2016 eegaluuf sagantaan bahee maxxanfamee waan jiruuf akka ilaallattan isin hubachiifna

Carraa gaarii

Address

Robe

Telephone

+251912457705

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walabu secondary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category