Maaltu Haaraadha?

Maaltu Haaraadha? any body can get what's new is, in this world!

remembering university life🤩
21/08/2025

remembering university life🤩

Waan ajaaibaati bar!Elon Mask waggaa tokkotti doolaara biil. 165 kasaaruun rikardii addunyaa cabseRagaan kasaaraa maalla...
13/01/2023

Waan ajaaibaati bar!
Elon Mask waggaa tokkotti doolaara biil. 165 kasaaruun rikardii addunyaa cabse

Ragaan kasaaraa maallaqa Elon Mask kun akkaataa barruun Forbis jedhamu kan qabeenya namootaa galmeessu, baaseeni.

Afaan oromoo magaalaa finfinnee keeysatti barattoota afaan amaaraatiin barataniif akka afaan lammaffaatti akka baratamu ...
13/01/2023

Afaan oromoo magaalaa finfinnee keeysatti barattoota afaan amaaraatiin barataniif akka afaan lammaffaatti akka baratamu murtaa'ee jira.

Afaan amaaraas barattoota afaan oromootiin barataniif akka afaan lammaffaatti akka baratan murteeffame.

Biyya kana rabbii naaf sillee haa fidu!    Daa'ii keenya shek Amin ibroos rabbii umrii isaanii nuuf haa dheeressu! Aamii...
13/01/2023

Biyya kana rabbii naaf sillee haa fidu!

Daa'ii keenya shek Amin ibroos rabbii umrii isaanii nuuf haa dheeressu!

Aamiin🤲🤲

12/01/2023

Akkam jirtu? Kun page Koo haaraadha!
haaradha?
Biyya keessas ta'ee biyya alaa.
Follow godhuun wantoota haaraa ta'an akka isin bira gahu godhaa!

Galatoomaa🙏

Address

Robe
0987

Telephone

+251919221265

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maaltu Haaraadha? posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Maaltu Haaraadha?:

Shortcuts

Share

Category