Ifnan oro

Ifnan oro Way ilma nama

22/04/2024
21/04/2024

Finxaaleyyiin akka ummanni wolloon hin gargaarre gochuuf gocha isaanii kan dur Abbaarraa dhaalan gocha shiftummaa rawwachaa jiru, garuu humni mootummaa hafuurasii kutee jira fakkaatti yoo Rabbi jedhe wolloo yeroo dhihootti gargaarsi isaan dhaqqaba

Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!" πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ¦»πŸ¦»  ⁃ Yero...
21/04/2024

Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"
πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ¦»πŸ¦»
⁃ Yeroodhaan ka'i!
⁃ Yeroodhaan ba'i!
⁃ Yeroodhaan gali!
πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
⁃ Itti dadhabi!
⁃ Dubbisi!
⁃ Barreessi!
⁃ Hojjedhu!
⁃ Jajjabaadhu!
⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi!
⁃ Ittuma jabaadhu!
⁃ Fiigi!
πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚
"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!πŸ‘‚πŸ‘‚

Address

π‘―π’‚π’‹π’‹π’Š
Robe

Telephone

+251931485140

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifnan oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category