Abdinur Ahmed PN

Abdinur Ahmed PN male

  โค๏ธ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น ๐Ÿ’™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น  for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.                                                     โค๏ธ โœ๏ธโ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญ...
01/08/2026

โค๏ธ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ’™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.










โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

  !.Bu'aa lola guyyaa hardhaa booji'amaan gutumaan gututti.Buqqaatonni hidhatan naannoo Tigraay (TPLF) gama Shararinaa i...
01/08/2026

!.

Bu'aa lola guyyaa hardhaa booji'amaan gutumaan gututti.

Buqqaatonni hidhatan naannoo Tigraay (TPLF) gama Shararinaa irratti haleellaa bananiin booda tarkaanfiin deebii fudhatameen mootummaa irraa harโ€™a buโ€™aan argame akka armaan gadiitti ibsameera:
[1] Meeshaalee waraanaa
Zu-23: 03 (paatiroolii irratti feโ€™amanii)
Rookeetii 107: 01
Kornet: 02
Mortaara 120: 01
Mortaara 82: 01
Mortaara addaa: 02 (qorannoon irratti gaggeeffamaa jira)
Dishqaa: 09
Miila/utubaa Dishqaa: 01
RPG: 06
Bireenii (Bren): 54
Snaayiparii: 05
Kalaashinikovii: 1347
Raadiyoo: 183
[2] Konkolaattota
Ooraal: 02
Paatiroolii: 02
Jeneereetaraa: 02
[3] booji'amtoota waraanaa Tigray
Ajajaan Shaalqa tokko boojiโ€™ame
Hidhattoonni fi hooggantoonni garaagaraa 141 boojiโ€™amaniiru
Namoonni 777 ajjeefamaniiru
Namoonni 703 madaaโ€™aniiru
Kana malees, meeshaaleen waraanaa garaagaraa, meeshaaleen yaalaa, rasaasni, uffanni ittisa xabbii (bulletproof vest), qorichoonni, meeshaaleen mootummaa konkolaataa, akkasumas kuusaan rasaasaa fi bobaโ€™aa mootummaa jala galaniiru.

Odeeffannoo dabalataa fi balโ€™inaan yeroo itti aanu keessatti ni qoodna.

Congratulations ๐Ÿฅณ
01/08/2026

Congratulations ๐Ÿฅณ

Congratulations ๐Ÿฅณ Quxisuu koo qaalii ๐ŸŽ†
01/08/2026

Congratulations ๐Ÿฅณ
Quxisuu koo qaalii ๐ŸŽ†

Diraandersa bishaan dhugu ๐Ÿ˜
01/08/2026

Diraandersa bishaan dhugu ๐Ÿ˜

"Eenyumtuu kan biyya isaa jaallatuu fi ijoollee isaa waan gaarii dhaalchisuu barbaadu, har'a biqiltuu dhaabuu qaba"     ...
31/07/2026

"Eenyumtuu kan biyya isaa jaallatuu fi ijoollee isaa waan gaarii dhaalchisuu barbaadu, har'a biqiltuu dhaabuu qaba"

Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Address

Bale Robe
Robe

Telephone

+251923505034

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdinur Ahmed PN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share